Mormiin Oromiyaa Itti Fufe

  • Tuujubee Horaa

Faayilii - Hiriira mormii Oromiyaa, Hagayya 2016

Godinaalee Oromiyaa garaa garaa keessatti geggeessamaa kan ture mormiin uummataa, har’as bakka adda addaatti itti fufee jiraachuu jiraattonni ibsaa jiran.

Kanneen keessaa Godinni Illuubaabor aanaalee Beddellee, Daarimuu fi Mattuu akkasumas godina Shaawaa kaabaa aanaa Salaalee magaalaa Fichee keessattis hiriirri wal fakkaatu geggeessamuu jiraatonni magaalaalee kanaa nuuf ibsanii jiru.

Your browser doesn’t support HTML5

Mormiin Oromiyaa Itti Fufe