Mormitoonni fi Mootummaan Itiyoophiyaa Wal Ga’ii Itti Fufaniiru

IHADEG fi paartileen mormituu biyya keessa jiran 21 marii guddicha karoorfame dura qabxiilee marii isaanii irratti mari’achuun har’as itti fufee jira.

Dhimma bakka bu’iinsa paartilee marii sana irratti hirmaatan fi namoota mariisisan filachuu irratti hirmaattonni har’a mari’atan furmaata dhumaa kennuuf torban sanbata dhuftuutti beellama qabataniiru.

Your browser doesn’t support HTML5

Gabaasa guutuu armaan gaditti caqasaa