Muummeen Minsitera Itoophiyaa, Dr., Abiy Ahmed Imaltuu Guyyaa Lamaatiif Asmaraa Jira

  • VOA

PM Abiy and Pr. Isiaias in Asmara

Pirezidaantii Eeritiraa Isaayyaas Afewarqii, ministera odeeffannoo Eertiraa Yemnaanee G/Mesqelii fi Eertiraatti ambaasaaddera Itoophiyaa Redwan Huseenitti bahee simate.

Achumaan Porojeektii ijaarsa karaa guddaa Nefasit-Decamhare jedhanillee laalan. Karaan kun Itoophiyaan dhaqan.

Ministera maallaqaa Ahmed Shiddee fi itti gaafatamaan daandii qilleensa Itoophiyaa, Teweldee G/Maariyaam faatilleen warra Dr Abiy waliin imaltuu dhufe.

Akka ministerii odeeffannoo Eertiraa, Yemaanee G/Mesqel jedhetti imaltuu tanaan hariyumaa fi nagaa jabeeffachaa waliin hjjachuuf mariitti jiran.