Perez. Obaamaan hajaja USA keessaa qawween tohatan baasee labse

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Amerikaatti nama kuma hedduutti baruma baraan balaa qawweetiin dhuma.Perz.Obaamaan rakko tana dhaabuuf seera qawween tohatan baasee bulchiinsa mootummaa isaa, White House keessaa hajaja baasee TV irratti labse.