Obbo Barakat Simoon fi Obboo Taaddasaa Kaassa Koree Eddu Galaa Dhaabbata Dimookiraatawaa Biyyoolessaa Amaaraa Keessaa Ittifaman

Obboo Taaddasaa Kaassa fi Obbo Barakat Simoon

Obbo Barakatii fi Obboo Taaddasaan ilaalcha amma qabaniin fedhii fi dantaa uummata Amaaraa akka in eegsisne waan mirkanaaheef akkasumas koorporeetii xirat jedhamu irratti badii waan hojjataniif amma yaa’ii itti aanutti koree eddu galaa Dhabbata Dimookiraatawaa Biyyoolessaa Amaaraa keessa ittifamuu odeeffannoon dhaabicha irraa argame ibseera.