Hiriira Mormii Frankfurt fi London

  • Jaallannee Gammadaa

Hiirira Mormii Hawaasa Oromoo, London

Tarkaanfii mootummaan Itiyoopiyaa barattoota Oromoo irratti fudhatee jiruu fi karoora maastar plaanii magaalaa Finfinneef ba'e mormuun magaalaa Fraankfart kan Jarmanii fi London UK keessatti har'a Oromoonni hiriira ba'anii jiran.

Hiriira Mormii Hawaasa Oromoo, Firaankfert

​Mootummoonni biyyootii gama dhiyaa gargaarsa mootummaa Itiyoopiyaaf kennan dhaabuu qabu jedhu. Sababaa kanaanis maallaqni kun ajjeechaa ijoollee Oromoof oola kan jedhu ture.

Your browser doesn’t support HTML5

Gabaasa Hiriira London fi Frankfurt keessaa