Paartilee Oromoo fi Qophii Duula Filannoo

  • Jaallannee Gammadaa

Boordii Filannoo Itoophiyaa

Your browser doesn’t support HTML5

paartilee-oromoo-fi-qophii-duula-filannoo-

Paartileen filannoo irratti dorgomuuf waraqaa ragaa komishinii filannoo biyooleessaa irraa raga argatan keessaa har’af hogganoota paartilee lamaa dubbisnee jirra.

Isaanis Kongreesa Biyooleessa Oromoof (KBO) dura ta’aa kan ta’an Obbo Tolosaa Tasfaayee fi paartii Waraaqsa Blisummaa Oromoo(WBO) jedhamuuf dura ta’aa kan ta’aan Obbo Darajjee Baqqalaa Guddataa ti.

Sochii paartiin isaanii gochaa jiran kan ilaaleen Gaaffii fi Deebii Gaggeeffame Caqasaa.