Pirezdaant Traamp Vaayiresii Koronaa Laalchise Ibsa Kennan

  • VOA

Prezidentiin Amerikaa Donaald Traamp ibsa eda Roobii galgalaa laataaniin, Imala Awuroopaatii gara Ameriakaatti godhamu baatii tokkoof akka ugguramu ajajaniiru; akkasuma dhibee vaayiresii Koronaa maqaa Koviid -19 jedhuun beekamu kana toa'achuuf tarkanfileen adda addaa akka fudhatamu ifa godhaniiru.

Gabaastuun masaraa 'White House' Patsy Widaakuswaaraa ergiteetu jiraa Niguusuutu dhieehessa.

Your browser doesn’t support HTML5

Pirezdaant Traamp Vaayiresii Koronaa Laalchise Ibsa Kennan