Prezidaant Baayden Waliigaltee Paariis Ilaalchise

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Walgahii Glaasgoo Skootlaand keessatti waa'ee jijjirama qilleensaa kan ilaaleen dubbatu irratti prezidaantiin Yunaaytid Isteetes Joo Baayden dhiifama gaafatanii jiru.

Kunis biyyi isaanii bara Bulchiinsa Donaald Traamp walii galtee Paariis kan bara 2015 waa'ee qilleensa naannoof tolfamee keessaa ba'u isheef dhiifama gaafatan.

Baaydiin akka jedhanti Amerikaan amma waa'ee qilleensa naannoo irratti hoggantummaan hojjachuuf deebitee jirti jedhan.

Gabaasa Ergame Caqasaa