Prezidaantichi Taayitaatti Cichan Qabaman

  • VOA

Kan taayitaatti cichanii turan prezidantiin Ivorii Koost Lauren Baagboo mana isaanii magaalaa Abijaan jiru keessatti loltoota prezidaantii haaraa beekkannaa sadarkaa addunyaa argatan, kan Alasaan Wataaraa-m qabaman.

Loltoonni Prezidaant Wataaraa waraana addaa ka Faransaay waliin tahuu dhaan eega mana jireenyaa prezidaantummaa Baagboo-n keessaa bahuu didan haleelaa turanii booda, harka Baagboo qabatan.

As magaalaa New York kanneen jiran Embaasiin Faransaay fi Jilli prezidaant Wataaraa akka jedhanitti waraana Wataaraa-tu prezidaanticha aangootti cichan to’annaa jala galchee hidhe.

MP3 tuquun dhggeeffadha