Qaala’insi Jireenyaa Itiyoophiyaa Keessaa Yaaddoo Uumuu Ogeeyyiin Dubbatan  

Faayilii - Gabaa ayyaanaa Finfinnee keessaa, Fulbaana 10, 2021

Sababa weerara vaayirasii “COVID-19” ‘n diinagdeen Addunyaa raafama keessa galee turuun ni beekama. Itiyoophiyaanis biyyootan Addunyaa diinagdeen isaanii raafame keessaa tokko yommuu taatu, kana malees wal waraansa waggaa tokkoof biyyattii keessatti deemaa jiruun qaala’insi jireenyaa yeroo dhaa yerootti dabalaa deemuun biyyattii yaaddoo guddaa keessa akka buuse tu dubbatama.

Haalli raafama diinagdee fi tasgabbii dhabuu gama siyaasaan jiru ilaalchisee uumaannii fi Mootumaan maal gochuu qabaa? Kan jedhurratti gabaasaan keenya Mitikkuu Fiqaaduu hayyoota diinagdee dubbisuun gabaase.

Your browser doesn’t support HTML5

Qaala’insi Jireenyaa Itiyoophiyaa Keessaa Yaaddoo Uumuu Ogeeyyiin Dubbatan