Qonnaa Humna Aduu(Solaariin) Gaggeeffamu Bu’a Qabeessa Ta’e Jira 

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Qonnaa Humna Aduu(Solaariin) Gaggeeffamu Bu’a Qabeessa Ta’e Jira

Dhaabbanni Afrikaa Kibbaa humna aduu ykn soolaarii beeksisuu fi ittiin maallaqa walitti qabuuf uummata hirmaachisu dhaan, qonna humna aduutiin hojjetu kan Zimbaabuwee keessatti argamu maallaqaan deggeraa jira. kunis qonnaan bultoota ollaa ykn naannoo sana jiraatan fayyadamoo taasisaa jira.

Dhaabbanni Afrikaa Kibbaa, ze san eksiijeenji (The Sun Exchange) jedhamu, qonna kana maallaqaan deggeruuf doolaara miiliyoona 1.4 walitti qabeera.