Qophii Ayyaana Ireecha Hora Arsadee

Your browser doesn’t support HTML5

Torban tokkoo booda Ayyaanni Irreechaa Hora Arsadiitti kabajamuuf jira. Abbootiin Gadaa bara kana namootni martuu akka ayyaana Irreechaa irratti argaman ka beeksisan yoo tahu bulchiinsi magaalaa Bishooftuus ayyaanichaaf qophii barbaachisu ka gochaa jiru tahuu beeksise.

Galmoo Daawit angawoota waajjira Aadaa fi Tuurizimii magaalaa Bishooftuu fi abbootii Gadaairraa dubbisee gabaasa itti aanu qindeesseera.