Raayyaan Ittisa Biyyaa Sabbaa Booruutti Namoota 8 Ajjees: Jiraattota

Kaleessa Gujii Bahaa Aanaa Sabbaa Booruutti Miseensonni Raayya Ittisa
Biyyaa namootarratti dhukaasanii lubbuun namoota jahaa darbuu jiraattonni himan. Dhukaasa Kanaan dubartii ulfaa tokko dabalatee namni jahas madaa’aniiruu jedhu jiraattonni. Bulchaan Aanaa Sabbaa Booruu Ajjeechaa kun dhugaa ta’uu himanii jiru, Galmoo Daawit dabalata isaa qopheesseera.

Your browser doesn’t support HTML5

Gabaasa ajjeechaa Gujii Bahaa caqasaa