Ripaablikaanonni Doonaald Traampiin Marsaa Lammataaf prezidaantii Akka Ta'aniif Kaadhiman

  • VOA

Ripaablikaanonni dabaree isaanii torban darbe Doonaald Tramp marsaalammataaf prezidaantii Yunaayitid Isteetis akka ta'aniif deebisanii kaadhimuuf jecha kora isaanii geggeessanii jiru.

Akkuma dimokraatonni torban achi aanu ennaa kora isaanii geggeessan godhan weerarri vaayiresii koronaa ripaablikaanonni kora isaanii wal irraa hiiqiinsa hawaasummaan geggeessuuf irra deebi'anii akka yaadan dirqisiisee jira.

Your browser doesn’t support HTML5

Ripaablikaanonni Doonaald Traampiin Marsaa Lammataaf prezidaantii Akka Ta'aniif Kaadhiman