Riqichi Laga Takazerraa Manca'e Jedhame

  • VOA

Faayilii - Laga Takkazee qarqara daangaa Itoophiyaa fi Sudaan, Bitootessa 16, 2021. Gamanni Itoophiyaa, gamni immoo Sudani

Riqichi Takazee kan naannoo Tigraay keessaa barbadaa’uu isaa Koreen baraarsaa kan sadarkaa addunyaa kamisa har’aa beeksisee, sababaa kanaanis naannoo waraanaan bututee sanaaf gargaarsa dhaqqabsiisuun isa kana duraa caalaa daran rakkisaa dha jedhe.