‘Safuun Du’eera,” Jedhu Barreessaan Kitaaba Beekumtaa Oromoo

Dooktor Filee Jaallataa Yunivarsitii Finfinnee, Muummee Afaan oromootti barsiisaa Beekumtaa ykn Fookloorii Oromoo fi Barreessaadha. Akkassumas kitaabota Afaan Oromoo gulaalu fi qeeqa kennuun beekamu.

Doktor Fileen Qorannoolee akka geggeessanillee dubbatu. “Beekumtaa Oromoo ykn Oromo Folklore” mata-duree jedhuun kitaabni isaan barreessan, maxxansamee tibba kana harka dubbistootaa ga’ee jira.

“Kitaaba kana keessatti, falaasamni, gaddaa fi gammachuun, siyaasni, diinagdeen, duudhaan, amantiin, sirni hiikkaa wal-dhabdee, aadaa fi kanneen biroon hammatamaniiru,” jedhu Doktor Fileen.

Naakoor Malkaatu Amborraa bilbilaan dubbise.

Your browser doesn’t support HTML5

‘Safuun Du’eera,” Jedhu Barreessaan Kitaaba Beekumtaa Oromoo