Sanyii misingaa dhukkuba damdamatuu irratti turtii qorataa wajjin godhame

Your browser doesn’t support HTML5

As Yunaaytid Isteets Yuniversitii Perduu keessatti Profeserii fi qorataa ka ta’an Dr. Tesfaayee Mangistee garee oggoota jahan darban keessa sanyii misingaa dhukkuba damdamachuu danda’u qorateef hoogganaa dha.

Saanyii misingaa Itoophiyaa keessa jiran gara kuma lamaa qorachuudhan sanyii dhukkuba damdamatu, yeroo jijjiramni qilleensaa akka addunyaatti hamaachaa dhufe kana qotee bulaa fayyaduu danda’u bira gahuu ibsan. Keessuummaa qophii Labataati. Daawwadhaa.