Shamarree Yuutuubii fi Kitaabaan Of Barsiisuun Hojiiwwan Artii Dinqisiisoo Oomishaa Jirtu

Your browser doesn’t support HTML5

Shamarree Yuutuubii fi Kitaabaan Of Barsiisuun Hojiiwwan Artii Dinqisiisoo Oomishaa Jirtu

Ooguuma jaalladhuun hojjachuun koo isa barnootaan argee naa caalaa jetti ogeettiin Aartii umriin digdamii shanii shamarree Hawwii Kabaa.

Barnoota kompuutar Saayinsiin digrii duraa kan qabdu ta'uus Finfinnee keessatti hojii Aartii gosa adda addaa irratti bobba'uun moggaafama maqaa "Suubii Aart" jedhamuun hojiin ishee dhiyaataa jira.