Shawaa Lixaa Aanaa Meettaa Walqixxee Keessaa Nama 100 Caalu Hidhan: Jiraattota

Oromia map

Your browser doesn’t support HTML5

Godina Shawaa Kaabaa aanaa Meettaatii nama 100 caalu hidhan

Godina Shaawaa Lixaa aanaa Meetaa Walqixxee keessatti, namoonni 100 tatan humnootni nageenyaa mootummaan hidhamuu fi irra jireessi mooraa Leenjii Poolsisii Sanqalleetti erguu dubbachuun komatu, jiraattonni VOAtti himan.

Akka qonnaa hin qotannef humnoonni kun danqaa ta'a jiru, jedhu.Bulichiinsi aanaa meetaa waliqixxee gama isaatiin rakkoon nageenyaa jirachuu ibsee, garuu kan nageenyaa boressaa jiru humnoota mootummaa miti, jedha. Tsahaay Daamxoo tu gabaase. Caqasaa.