Shororkaa Tigraay Keessaa

Your browser doesn’t support HTML5

Rakkoo baqattummaa lammiiwwan Itiyooophiyaa
Wal-waraansi naannoo Tigiraay ka biyya Itiyoophiyaa keessatti namoota hedduu qehee irraa buqqise, gidiraa isaanii kana kan xumuru wanti mul’atu hin jiru. Gabaastuun Sagalee Ameerikaa Heezer Mardook odeessa siyaasa wal-xaxaa fi rakkoo namoomaa dabalaa deeme sana as baasuuf jecha gara godinaa walitti-bu’insichaa kan irra jireessi isaa naannoo kaan irraa adda cite, akkasumas mooraa baqattootaa biyya ollaa sanaa, Sudaan keessa jiruutti imalte.