Tamboo Xuxuu fi Hubaatii Isaa

  • Jaallannee Gammadaa
Afrikaa keessatti dhukkubonni Tamboo xuxuutti hidhatanii uumaman, rakko daran hamaa ka geessisaa jiran ta’uu Jaarmayaan Fayyaa Addunyaa ibsee jira.

Kutaalee Afrikaa hanga tokko keessatti waggootti dhufan 12 keessa tambootti gargaaramun ka dachaan dabalu tahuu gabaasaaleen haarawa bahan akeekkachisanii jiru.

Gareen “ Global Smoke Free Partnership “ jedhamu akka gabaasetti, uummata Afrikaa keessa jiran dhibba irraa harka 90 ka ta’an, nama tamboo xuxxuu waliin waan jiraataniif tamboo namni biraa xuuxuu irraa aarri bahu akka hafuuraan qaama isaanii hin seenne ittisuuf carraa hin qaban.

Gaaffii deebii Dr.Amsalu Baqqalaa waliin gaggeeffame caqasaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Gabaasaa Kutaa 1ffaa dhaggeffadhaa



Your browser doesn’t support HTML5

Gabaasa Kutaa 2ffaa Dhaggeffadhaa