Somaaliyaa fi Rakkoo Caamaa

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Somaaliyaa fi Rakkoo Caamaa

Caamnii hamaan waggoota kurna hedduuf Somaaliyaa mudate uummanni Miliyoona hedduun gargaarsa nyaataa irratti akka hirkatu kanneen biroon kuma hedduun immo baadiyyaa baqatanii magaalaalee akka seenan taasisee jira.

Handaara magaalaa Moqadishootti kan argamu bakki godaantoonni keessa buufatan keessa immo haala wal muddee fi qulqullinni isaa hin eegamneetu weerara dhukkuuba KOOVIID-19 waliin mudatee jira.

Gabaasa Guutuu Caqasaa