‘Sookkee’: Kitaaba Asoosamaa Haaraa Abaaboo Maammoon Barreessame   

Abaaboo Maammoo, gaazexeesituu fi barreesitu kiitaaba Sookkee

Kitaabni asoosamaa "sookkee "jedhu Gaazexeessituu Abaaboo Maammoottin barreeffaamee dhiheenya Finfinneetti eebbiffamee jira.

Kitaabichii bu'aa ba'ii dubartoota baadiyaa fi kanneen baadiyyaatti dhalatan keessa dabarsanii fi boor bakka gaarii gahuuf waan gochuu qabanitti kan kallattii agarsiisu.

Tsehaay Daamxoo tu barreessituu kitaabichaa dubbisuun, Finfinnee irraa nuuf erge.

Your browser doesn’t support HTML5

‘Sookkee’: Kitaaba Asoosamaa Haaraa Abaaboo Maammoon Barreessame