Suudanitti Mormiin Hawaasaa Baballachaa Jira

  • VOA

Mormiin Ummataa Sudaan ka sirna abbaa-irree Prezidaant Omaar Al Bashir waggaa 30f biyyattii irra ture irratti deemsisamu yeroo ammaa magaalaalee hedduutti babal’ataa jira, jedhama. Motummaan immoo akka barattoonni hiriira kanatti hin dabalamneef manneen barnootaa fi yunivarsitiilee Kaartum keessaa cufuu isaa fi, dhaabati tika nageenyaa biyyattii tajaajila internetii cufuu isaa tu dubbatama.

Gabaasaa Edward Yeraaniyaan Kaayiroo irraa erge Nigusuu tu dhiheessa.

Your browser doesn’t support HTML5

Suudanitti Mormiin Hawaasaa Baballachaa Jira