Tigraay Keessatti Dhukkubaan Miidhamuuf Carraan Jiru Guddaa Dha: WHO

  • VOA

Mihiraa Radaay, Hoospitaala Riferaalii Ayidar keessatti dubartoota diqiidhan gudeeddamanii yaaiif achi jiran qarqaarti, Waxabajjii 8, 2021 (Yan Boechat/VOA)

Kan walitti bu’iinsii keessatti gaggeefamaa ture bulchiinsa naannoo Tigraay keessa kan jiraatan uummanni Miliyoona hedduun tajaajiila eeguumsa fayyaa kan bu’uuraa argataa akka hin jirre akkasumas dhukkubaan miidhamuuf carraan akka kjiru jaarmayaan fayyaa addunyaa(WHO)n akeekkachisee jira.Isaan kana keessaa xiqqoo qofa dhaqqabuu akka danda’ees ibse jechuun Lisaa Shelaayiin Jeeneevaa irraa gabaastee jirti.

Gabaasa Guutuu Caqasaa

Your browser doesn’t support HTML5

Tigraay Keessatti Dhukkubaan Miidhamuuf Carraan Jiru Guddaa Dha: WHO