Tigraay Keessatti Namoonni Dhukkubsatan Midhamaa Akka Jiran Ibsamee Jira

  • VOA

FAAYILII - Mana qorichaa magaala Shiree keessaa yeroo walitti bu'iinsa keessaa, Waxabajjii 20, 2021

Tigraay keessatti dhukkuboota daddabroo hin taaneen namoonni qabamanii dhaabbattoota Fayyaan hordoffiin taasifamaa fi turan kuma shantama caalaan dawaaleen dhabamuu irraa kan ka'e du'aaf saaxilamuun gabaafameera.

Gama kaanii addunyaan irratti raabsii talaalii fayya KOOVIID-19 wal qiccaatuutti vaayrasichii dhabamaa hin jiru jedhan jaarmayaan Fayyaa Addunyaa.

Mata duree lameen irratti gabaasa ergame caqasaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Tigraay Keessatti Namoonni Dhukkubsatan Midhamaa Akka Jiran Ibsamee Jira