Duula Na Filadhaa Amerikaa

  • Jaallannee Gammadaa
Lammiwwan Amerikaa har’a prezidaantii filachuuf sagalee kennaa jiran.Mata duree adda addaa irratti falmii kaadhimamtonni lameen gaggeessaa turan uummataaf yaada tokko kenna jedhame yaadama.Duula Filannoo kana kan ilaaleen gaaffii fi deebii profeesar Asaffaa Jaallataa waliin gaggeeffame armaa gadiitti dhaggefadhaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Gaaffii fi Deebii