Yunaaytiid steetsiif fi gargaarsa isiin Jappaanii kennite

  • VOA

Laftii Bitootessa 11 Jappaanitti chochoote ta humna lafa chochoosuu 8.9 qabdi.Humnitii tun lafa choochsuu qofaa mitii garba danbalaastee nama kuma hedduu fixxee qabeennii hedduun bade.

Bitootessa 11 sun nama 1500 dhumate 1400 ammoo asi cophxeen isaanii hin beekamne.Kuma hedduutti madaahe.Tana qofaa mitii akka gabaasa gara garaatti nama miliyoona 1 fi kuma 400tti bishaan hin qamne.Bisaan qofaa mitii nama kuma 500 mana dhabee dahoo keessatti gala.

USA biyya akkana rakkatte tana gargaaruutti jirti doolara kuma 100 kennite. Dooniin gargaarsa USS Reaganilleen gargaarsa ittuma jira.