Yunaaytid Isteets Hongee fi Hanqina Nyaataa Itoophiyaa Muudateef Gargaarsa Dabalataa Ramadde

Your browser doesn’t support HTML5

Yunaaytid Isteets Hongee fi Hanqina Nyaataa Itoophiyaa Muudateef Gargaarsa Dabalataa Doolaarii miiliyoona 268 Kenuufi. Gargaarsi kun doolarii miiliyoona 500 han duraan ramadameeratti dabalataa ta'uu isaa dura techuun USAID Gaayle Smiiz ibsaniiru.