Vaayrasii HIV Hanqisuu Qofa Mitii, Guutummaatti Dhabamsisuuf Hojjatamaa Jira

Waggaa Waggaan Muddeen tokko addunyaa irratti guyyaa Eeedsii jedhamee sadarkaa addunyaatti yaadatama.Kunis namoota vaayrasii Ech Ay Vii (HIV) waliin jiraataniif deggersa jiru agarsiisuuf akkasumas namoota sababaa dhukkuuboota Eedsii waliin hidhata qabaniin dhumaniif kabajaa jiru ibsuuf ta’a.

NamootVaayrasii Ech Ay Vii (HIV) waliin jiraataniif dawaan gargaaru yeroo dheeraaf kennamaa kan ture yoo ta’u Fayyisuun garu hin danda’amiin jira.

Gabaasa Guyyaa kana ilaalchisee ba’e caqasaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Vaayrasii HIV Hanqisuu Qofa Mitii, Guutummaatti Dhabamsisuuf Hojjatamaa Jira