Vaayrasiin Koronaa Deltaa Jedhamu Sodaa Uumee Jira

  • VOA

Faayilii - bakka sirna geggeessaa fira lubbuun darbeetti dubartii jilbiifattee kadhannaa godhaa jirtu. Indiyaa, Adoolessa 2, 2021

Vaayrasiin Koroonaa kan bifa jijjirratee fi Deeltaa jedhamu hubaatiin geesisaa jiru addunyaa irratti sodaa uumuun isaa gabaafamaa jira.

Jaarmayaan Fayyaa Addunyaa (WHO) fi prezidaantiin Yunaaytid Isteetes Joo Baaydiin kana ilaalchisee iyyata dhiyeessan caqasaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Vaayrasiin Koronaa Deltaa Jedhamu Sodaa Uumee Jira