Wal-dhibdee Pirezdaantii fi Muummee Ministiraa Somaaliyaa, Ija Xiinxoltaatin

  • VOA

Faayilii - Prezidaantiin Somaaliyaa

Prezidaantiin Somaaliyaa fi mummichi ministeera biyyatti dhimma aangawaa waa’ee nageenyaa fi miseensii tikaa kan biyyatti du’u kan ilaaleen qabsoo aangoo gaggeessaa jiran.

Mohammed Robalee torban kana hogganaa tika biyyatti fi nageenyaa kan ta’an Fahaad Yaasiin hojii akka dhaaban taasiisan.

Garu prezidaantiin biyyatti tarkaanfii kana duubatti deebisuun Robii dabree Yaasiiniin gorsaa waa’ee nageenyaa ka biyyatti gochuun muudan.

Gabaasa Mohammad Jaahiyee ergee caqasaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Wal-dhibdee Pirezdaantii fi Muummee Ministiraa Somaaliyaa, Ija Xiinxoltaatin