Wal-mormii Yunaayitid Isteetis fi Chaayinaa Bara 2019 Keessa Mul’ataa Ture

  • VOA

2019 – A Year of Ups and Downs for US-China Relations

Your browser doesn’t support HTML5

US fi Chaayinaa bara 2019 woma hedduu keessaa waliin bahan

Bara dabre jechuun 2019 keessa hariiroon Yunaayitid Isteetis fi Chaayinaa gidduu, wal-mormii daldalaa irraa kaasee haga wal-dhibdee waa’ee Hoong Koongii fi dhimma mirga dhala-namaatti qormaata guddaa keessa galee ture.

Walii-galtee daldalaa marsaa duraa, ka biyyoonni lamaan dilaalaa oomishaalee walii irratti muramu hanqisu mallatteessaniyyuu, wal-dura dhaabbannii Mootummaa Waashingtonii fi Ka Beejing waan iddoo dhaa socho’e hin fakkaatu.

Gabaasaa Brus Fwerder kana ilaalchisuun qopheesse, Nugusuu tu dhiheessa.