Waldorgommii pirezidaantummaa Ugaandaa hoo’aa jira

  • VOA

FILE - Singer turned politician Robert Kyagulanyi, also known as Bobi Wine, gestures during a press conference, held at his home in Magere in the outskirts of Kampala, July 24, 2019.

Your browser doesn’t support HTML5

Wal dorgommii filannoo pirezidaantummaa Ugaandaatii fi falamaa isii

Yeroo dorgommii prezidaantumaa Yugaandaaf kanneen dorgoman kaadhimuun as dhihaataa jirutti mormituun siyaasaa – namni muuziqaa maqaa “Boobii Waayin” jedhamu barcuma sadarkaa ol’aanaa kanaaf dorgomanii ededa aangoo biyyattii raasuuf qophaa’uu isaanii dhaadatu.

Ka waggoota 33f taayitaa prezidaantummaa Yugaandaa irra turan – Yoweerii Museviinii hoogganaa abbbaa-irree ta’uu isaanii dubbachuun qeeqan.

Museviiniin immoo gama isaaniitiin Boobii Waayin, diina Badhaadhinaa ti jechuun balaaleffatan. Bara dabarsine kana keessaa falmii guguddaa tu gidduu isaanii ture.