Walga’iin Gamtaa Afrikaa Finfinneetti Jalqabe 

FAAYILII -Waajjira muummee Gamtaa Afrikaa, FInfinnee, Amajjii 29, 2017

Walga’iin hoji raaw’achiistota Gamtaa Afriikaa har’a Finfinneetti jalqabee jira. Ministiroonni haajaa alaa biyyoottan miseensa gamtichaa walgahii kanarratti kan argaman yoo tahan, dura bu’aan Gamtaa Afriikaa Muusaa Faaqii haasaa baniinsaa yoo taasisan rakkoon nageenyaa biyyoota Afriikaa keessatti mudatuu fi rakkoon Koovid 19 Afriikaatti yaaddoo tahuu ibsanii jiran.

Gabaasaa guutuu caqasaa

Your browser doesn’t support HTML5

Walga’iin Gamtaa Afrikaa Finfinneetti Jalqabe