Walitti Bu’iinsi Biyyattii Keessa Jiraatus Itiyoopiyaan Filannoof Qophaa’aa Jirti

  • VOA

Qophii filannoo Itoophiyaa, Finfinnee

Itiyoopiyaa keessaa uummati filannoof qophaa’aa jira. Muummichi ministeeraa Itiyoopiyaa Abiy Ahimed erga bara 2018 keessa aangootti dhufanii as qormaata filanoo isa jalqabaa isaan mudate.

Odu gabaastuun VOA Hezer Mardook Finfinnee irraa akka gabaastetti, walabummaan yaada fi naannoo waraansi keessatti geggeesamu keessatti filanoon qaruma geggeessamuu dhabuu isaa ilaalchisee kan kana duraattii haala adda ta’etu mul’ataa jira.

Kanneen daandii irra deeman duula hamaa Finfinnee keessatti geggeessamaa ture ennaa ilaallu amma gaarii dha jechuu dhaan Itiyoopiyaa keessatti walabummaan yaadi ofii ennaa ibsamu kan akkasii arginee hin beeknu jedhu.

Your browser doesn’t support HTML5

Walitti Bu’iinsi Biyyattii Keessa Jiraatus Itiyoopiyaan Filannoof Qophaa’aa Jirti