Itiyoophiyaan Weerarri Koovid 19 Marsaa Sadaffaan Biyya Isheetti Jalqabuu Beeksiste 

Itiyoophiyaan Weerarri Koovid 19 Marsaa Sadaffaan Biyya Isheetti Jalqabuu Beeksiste 

Itiyoophiyaa keessatii balaan Koovid 19 weerarri marsaa 3ffaa jalaqabuu isaa ministarri Fayyaa Itiyoophiyaa beekisisee jira. Keesumaa torban darbe jalqabee tatamsa’insi vayiresichaa guddachaa akka deemaa jiruu himamee jira.

Vaayirasichi amma tatamsa’aa jiruu isa gosaa haaraa Deeltaa jedhamee waamamu ta’uu fi dhiisuu isaa adda-baafachuuf qaorannoon akka deemsisamaa jiru Ministara Fayyaa Itiyoophiyaatti Dariktarri walquunamtii VOAtti himanii jiru.

Your browser doesn’t support HTML5

Itiyoophiyaan Weerarri Koovid 19 Marsaa Sadaffaan Biyya Isheetti Jalqabuu Beeksiste