Yemen Kaabaa Keessatti Baqattoonni Oromoo 12 Ajjeefaman, Jedhama

Lola Yemen Kaabaatti torbe gaggeeffameen baqattoonni Oromoo 12 ta’an ajjeefamuu lammileen Oromoo Yemen jiran dubbatan. Lolli biyyattii keessatti dhiyeenya hammaataa dhufe baqattoota ganna hedduuf biyyattii keessa jiraatan irraan miidhaa geessisaa akka jirullee himanii jiru. Embaasiin Itiyoophiyaa jibuutii ajjeechaa lammilee Oromoo kana hordofaa akka jiru VOAtti himee jira.

Your browser doesn’t support HTML5

Gabaasa du'uu baqattoota Oromoo Yemen keessaa caqasaa