Yoonaas Kindee Olompikii irratti garee baqatootaa bakka bu'ee maratooniidhan dorgoma

Your browser doesn’t support HTML5

Akka addunyaatti rakkina baqatootaa irratti hubannoo uumuudhaaf barana gareen baqatootaa bakka bu'u gaaddisa alaabaa Olompikii jalatti Olompikii Riiyoo irratti hirmaachaa jira. Yoonaas Kindee lammii Itoophiyaa oggaa ta'u, garee baqatootaa irraa maaraatooniidhan dorgoma.