Yoosan Getaahun, Weellisaa Wallee “Bulloo” 

Weellisaa Yoosan Geetaahun

Weellisaa Yoosan Geetaahun,viidiyoon muuziqaa inni dhiheenya baase, ka "Bulloo yokaan Obsan" jedhamu, daawwattota biratti baay’ee jaallatameefii jira.

Godina Shawaa Kibba Lixaa, aanaa Dooyyoo Qooraa, bakka Sanqallee jedhamutti kan dhalate Yoosaan Yunivarsiitii Jimmaatii eega eebifamee booda gara muuziqaatti deebi’e Yoosan. Waa’ee jireenya isaa fi hojii muuziqaa isaa Naakor Malkaa tu bilbilaan dubbise.

Your browser doesn’t support HTML5

Yoosan Getaahun, Weellisaa Wallee “Bulloo”