Yunivarsiitiin Wallaggaa Afaan Oromootiin Barattoota Digirii PHDn  Eebbisiise

Yunivarsiitii Wallaggaatti barsiistuufi gorsituun Muummee Barnoota Afaan Oromoofi hogbarruu Doktor Haliimaa Jibril waa’ee kanaa ennaa dubbatan, “Akka biyya keenyaatti mitii akkuma Addunyaattiyyuu Afaan Oromoon baratanii, qoratanii fi faccisanii doktorummaan eebbifamuun kun isa jalqabaa ti, ” jedhan.

Barattoota Afaan Oromootiin Digirii PHDn eebbifaman keessaa Dr Margaa Gammadaa, “Afaan Oromoo duraan Raadiyoonii cabsa jedhamaa ture, amma afaan barnootaa tahee digirii 3ffaan barattoota eebbisiisuun gammachuu ilmaan Oromoo hundaati,” jedhan.

Gabaasaa guutuu caqasaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Yunivarsiitiin Wallaggaa Afaan Oromootiin Barattoota Digirii PHDn  Eebbisiise