Yunivarsiitin Amboo Barattoota Bara 3500 Ol Simachuu beeksise

Yunivarsiitin Amboo Barattoota Baaraa 3500 Ol Simachuu beeksise

Barattoota haaraan Yunivarsitii Ambootti simataman hagi tokko “gannaa, yeroo barattootni eebbifamanitti mooraa Yunivarsiitii seenuun keenya ajaa’iba nutti tahe,” jechuun Raadiyoo Sagalee Ameerikaatti himan.

Vaayirasii Koroonaa ittisuuf eeggannoon taasisamu laaffataa jira jechuunis dubbatan, barattootni naannolee garaa garaa irraa yunivarsiticha seenan.

Your browser doesn’t support HTML5

Yunivarsiitin Amboo Barattoota Bara 3500 Ol Simachuu beeksise