Filannoo Ameerikaa Bara 2024 - Voice of America
Filannoo Ameerikaa Bara 2024 - Voice of America
        <language>om</language>
        <ttl>60</ttl>        
Prezidaant Tiraamp Odoola Giriilaand To’anna, Jechuun Yaaddoo Uumee Jira
            <description>Prezidaantiin Yunaayitid Isteetis Doonaald Traamp Torban kana keesaa irra deebi’anii  ibsa kennaniin, odolaa Greenlaand dhimmaa nageenyaa aduunyaatiif jechaa too’achuun barbaachisaa akka ta’e ibsaniiru. Yaadi isaanii kun biyyaa odolaa galanaa Arkitik irratti argamuu sana bulchituu Deenmaarkiin yaaddesee jira. Gabaasaan VOA Henerii Reejiweel Mootummaan Koopeenhaageen jiru nageenya Odoliichaa  irratti xiyeeffannaa kennuu akka dagate beeksisuu ishee fi Chaayinaa fi Raashaan naanno sana irratti...</description>
Tokkummaa Mootummootaatti Ambaasaaddara Yunaayitid Isteetis Akka Tahan Kan Kaadhimaman Istefaanik Seeneetitti Gaaffiilee Ciccimootu Mudate
            <description>Tokkummaa Mootummootaatti Ambaasaaddara Yunaaytid Isteetis akka ta’aniif kan pirezidaant Tiraampiin kan kaadhimaman Eliis steefaanik Seenetii Yunaayitid Isteetis irraa  Kibxata kaleessaa gaaffiin jajjabaan  mudatee jira. Rippabilikaaniin mana maree sadarkaa olaanaa qaban kun ajandaa Tiraamp  Amerikaan haadursitu  yokaan “Ameerikaa Ferist” jedhu waajiira  idil-addunyaa keessatti akka tarkaanfachiisan miseensota Mana Maree Yunaayitid Isteetisitti dubbatan. Dhimma kana irratti Oduu gabaastuun...</description>
Prezidaant Tiraamp Guyyaa Tokkoffaa Hojii Prezidaantummaa Isaaniitti Dhimmoota Hedduurratti Ajaja Hooggana Ol’aanaa Mallatteessan
            <description>Prezidaant Doonaald Tiraamp tarkaanfii ajaja hooggaana ol’aanaa fudhachuuf waadaa galaniif aangoo eega qabatanii  guyyaa 1ffaa jalqabaniiru. Yaadannoowwan ykn qabsisii  marsaa baniinsaa fi ajaja hoggana olaanaa qabaniin, Tiraamp gocha prezidaantii duraanii Joo Baayiden kurnoota hedduu haquun tarkaanfiiwwan jalqabaa Tiraamp fudhatanii fi karoora karoora gara fuula duraaf qaban muraasa ilaalchisee Gabaasa ergamee Jaallanneetu dhiyeessa.
Seenaa Sirna Irbuu Seenuu Prezidaantii Biyyaa 
            <description>As Yunaayited Isteets keessatti wagga afuritti al tokko kan raawwatu sirni seenuu  yaadannoo guyyaa mootummaan ofiin of bulchuu itti mirkanaa’uu fi guyyaa aangoo karaa nagaatiin walti dabarsuun raaw'atamu, jechuun ibsu, Yunivarsitii Illinooyi Kibbaatti proofeesara barnoota seenaa ka tahan, Dr. Getaahun Bantii. Akuma kanaan sirni hirbuu prezidaantii Yunaayitid Isteetis 47ffaa kan Doonald Traamp guyyaa kaleessaa taasifame. Sirna hirbuu ilaalchisee dhimmoota seenaa keessatti mumul'atanis ibsan...</description>
Prezidaant Tiraamp  Kaleessa Yeroo Irbuu Seenan ‘Warraaqsa Murtiilee Sababa-Qabeeyyii’f  Haa  Kaanu, Jedhan
            <description>Prezidaant Doonaald Tiraamp marsaa hojii isaanii lammaffaa guyyaa jalqabaa irratti tarkaanfiiwwan sadarkaa ol aanaa walduraa duubaan kan imigireeshinii fi nageenya daangaa ilaallatan labsan.
Magaalaa Maqalee keessatti uummanni kumaan laka’amu hiriira geggeessaniin ijoollee durbaa hijaaba akka hin haguugganne uggura kaa’ame morman.
Doonaald Tiraamp Irbuu Seenuun Aangoo Prezidaantummaa Fudhatan
            <description>Doonaald Tiraamp yeroo 2ffaaf Pirezidaantii Ameerikaa 47ffaa ta’uun kakatanii, barcuuma waggoota afur dura Joo Baayiden harkaa fudhanti deebi’aniiru.
Doonaald Tiraamp akka lakkoodsa waashingitanti walakeessaa guyyaa irratti kakatanii aangoo qabatan.Kanas Abbaa Murtii Olaanaa Mana Murtii Waliigalaa Yunaayitid Isteetis Joon Roobartistu kakachiise.
Sana dura ganama har’aa Tiraamp Waayit Haawusitti Baayideniin kan simataman yoo ta’u lamaan isaanii konkolaataa tokko yaabbatanii gara sira...</description>
Haala Hin Baratamneen Kan Gara Aangootti Dhufan Prezidaant Tiraamp Eenyu?
            <description>Donaald Traamp Prezidaantii Mootummaa Yunaayitid Isteets 47ffaa ta’uudhaan guyyaa har’aa Amajjii 20 bara 2025 hirbuu seenanii jiran.
Akkaatan Traamp aangootti deebi’anii dhufuu fi  biyyaa walqoodinsii keessatti dabalaa jiru keessaatti Rippaabilikaanaota irraa irra-deebiin filatamuu seena-qabeessa dha. Haala siyaasaa  Amerikaa keessatti deebi’anii dhufuu Tramp ilaalchisuun, Tina Trinih gabaasaa qopheessite Bafiqaaduu tu dhiheessa.
Sirna Hirbuu Seenuu Pirezdaant Tiraamp
            <description>Kan filannoo baatii Sadaasaa keessa geggeessame injifatan  Doonaald Tiraamp prezidaantii Yunaayitid Isteeits 47 tahuun  har’a hirbuu seenii jiran. Seenaa hirbuu seenuu kan bara 1789 jalqabe keessatti hirbuu seeninsa prezidaantii Yunaayitid Isteetis keessatti is 60ffaa dha. Yeroo hirbuu seeninsa kanaaf qophaawaa turanitti,  qophii as Waashingitan Diisii ka jiru Isteediyeemii  kubbaa  kachoo tokko keessatti  geggeessame irratti Doonaald Tiraamp waa’ee imaammata isaanii ennaa eeran, dhimma...</description>
Doonaald Tiraamp Pirezidaantummaa Yunaaytid Isteets Harra Qabachuuf Jiru 
            <description>Pirezdaantiin Filataman Doonaald Tiraamp Wiixata har’a  sirna hirbuu seenuu Waashingitan keessatti gaggeessaniin gara pirezidaantummaa Yunaaytid Isteetisti deebi’u. Kunis bara 1890mootaa as pirezidaantii jalqabaa marsaa walitti aansuun hin taaneeen tajaajilan isa jalqabaa isaan taasisa.
Tiraamp kan ganna 78 marsaa haaraa waggaa afuriif hirbuu seenuun Waayit Haawus fudhatan akkasumas prezidaant Joo Baayiden kan ganna 82 bulchiinsa marsaa tokko booda aangoo pirezidaantummaa gadhiisanii...</description>
Kan Wixata Dhufu Hirbuu Seenanii Aangoo Prezidaantummaa Qabatan Doonaald Tiraamp Irraa Jiraattonni Maal Eegu?
            <description>Wiixata dhufu sirna Irbuu seenuu kan taasisu pireezidaantiin Yuunaayitid Isteetisi Doonaaldi Tiraampi kan ilaaleen hawwasni diyaaspooraa Oromoo kan Waashingitanii fi naannoo ishee jiratan nuti duubisne abdii fi hawwii isaanii hanga tokko ibsu .
Prezidaant Traamp  Immaammata  Hordofuuf Jiran Ilaalchisee Marii Gaggeeffame
            <description>Prezidaantii Yunaaytid Isteetis ta'uun marsaa lammataaf kan filataman Doonaald Traamp torban dhufu Hirbuu seenuun gara masaraa Waayit Haawusitti deebi'uuf Jiru. Imaammata isaan hordoofanii fi dhimmoottan Afrikaa qaban ilaalchisee Jaallanneen Hayyuu Dinagdee kan ta'an Dr Mohammad Xaahiroo fi Haayyuu siyaasaa kan ta'an Dr. Alamaayyo Birruu haasoofsiiftee jirti.
Filattoonni Ameerikaa Bulchiisa Marsaa Haaraa Tiraamp Irraa Waan Adda Addaa Eegaa Jiran  
            <description>Doonaald Tiraamp xumura baatii kanaa prezidaantii Yunaayitid Isteetis 47ffaa ta’uuf jiru. Kanneen Yunaayitid Isteetis keessaa sagalee kennani prezidaantii isaanii itti aanan irraa waanti eegan adda adda. Gabaasa Iskoot Isterns Tujubeetu dhiyeessa.
Amajjii 6 Kaleessaa Traamp Filannoo Prezidaantumaa Injifachuun Yeroo Raggaasisametti Kanneen Hookkara Waggaa 4 Duraa Yaadatanis Jiran
            <description>Manni maree bakka bu’ootaa mootummaa Yunaayitid Isteetis Wixata kaleesaa walgahii taasiseen Doonaald Traamp Prezidaantii biyyattii itti anuu ta’anii filatamuu isaanii seeraan raggasisee jira. Karaa biraatiin Wagga Afriin duraa Amajii 6 ba’ii filannoo bara 2020 isaa Joo Baayiden mo’an mormuudhaan teesoo mana maree bakka bu’ootaa, kan ‘Kaappitool Hiil’ jedhamu  irratti haleellaan raawatanii akka turan yaadatamee jira. Dhimma kana irratti gabaasa Kaatiriin Gibseniin qophaa’e Mitikuu Fiqaaduutu...</description>
Filatamaan Prezidaantummaa Yunaayitid Isteetis Qooda Mootummaan Qabu Gad Xiqqeessuf Fedhii Qaban
            <description>Kan prezidaantummaaf filataman Doonaald Tiraamp baasii mootummaa gad xiqqeessuu barbaadu. Komiishiniin gorsaa kan kutaa gahumsa mootummaa jedhamu tattaaffii kana hooggana. Kun yaada haaraa miti. Hoogganoonni Ameerikaa erguma jalqabaa qabee qooa mootummaan federaalaa qabu gad xiqqeessuuf yaalaa turan. Gabaasi Dooraa Mekowaar Tujubee tu dhiheessa.
Yeroo Doonaald Tiraamp Baatii Amajjii Keessa Taayita Qabatan Imammatni Waa’ee Hookkaraa fi Qabiyyee Qawwee ni Jijjiirama, Jedhamee Eegama
            <description>Bulchiinsa Baayiden jalatti tarkaanfiiwwan ittisa hookkara qawwee Yunaayitid Isteetis keessatti cimeera, garuu prezidaantiin filataman Doonaald Traamp baatii Amajjii keessa  yeroo taayitaa qabatanii hojii jalqaban jijjiiramni dhimma kana irratti jijjiiramni imaammataa guddaan akka jiraatutu eegama. Abboota qawwee fi leellistoota nageenya qawwee haasofsiisudhaan gabaasaa Veronikaa Baaldraas Egleesiyaas qopheessite Tujubee tu dhiheessa.
Tiraamp Kaadhimamtoota Dhimmootii Dinagdee fi Fayyaa Muudan
            <description>Tiraamp tayitaa ijoo hedduu dhaaf bulchiinsa isaanii duraanii keessaa namoota tajaajilaa jiran muuduu isaanii beeksisan.</description>
Himannaan Yakkaa Doonaald Tiraamp Irratti Dhiyaate Akka Haqamu Abbaan Alangaa Yunaayitid Isteetis Gaafate
            <description>Abbootiin alangaa Yunaayitid Isteetis kan haaraa prezidaantummaaf filatamamn Doonaald Tiraamp bara 2020 filannoo geggeessame irratti injifatamuu isaanii duubatti deebisuuf yaalii isaan taasisan ilaalchisee himannaa yakkaa irratti dhiyate akka adda citu gaafatanii jiru. Kunis Duula filannoo milkaa’ina qabu kan bara 2024 hordofee gara pirezidaantummaatti deebi’uu isaanii tuquu dhaan akka ta’e ibsameera.
Abbootiin alangaa gorsaa addaa Jaak Ismiiz waliin hojjetan imaammanni yeroo dheeraaf...</description>
Traamp Meeshaalee Meksikoo, Kaanaadaa fi Chaayinaa Irraa Dhufan Irratti Taarifa Hatattamaa akka Kaa’amu Waadaa Seenaniiru
            <description>Kan prezidaantummaa Yunaayitid Isteetisiif filataman  Doonaald Traamp Wixata kaleessaa michoota daldalaa biyya isaanii ijoo sadan Chaayinaa, Meksikoo fi Kanaadaa irratti meeshaalee biyya isaanii irraa galan irra battala taarifa kaa’uuf waadaa seenaniiru, kunis waraana daldalaa tuqatee gatiin meeshaalee fayyadamtoota Yunaayitid Isteetis irratti akka dabalu taasisa jedhameera.
Traamp tarkaanfiiwwan kana beeksisuuf  fuula miidiyaa hawaasaa isaanii Truuz Sooshaal jefhamu irratti...</description>
Yeroo Donaald Tiraamp Prezidaantummaaf Filataman Kanatti Himannaalee Yakkaa Hedduun Irratti Dhihaatanii Turan Maal Tahuuf Deemu?
            <description>Ji’a Caamsaa darbe keessa pireezidaantiin duraanii Doonaaldi Tiraampi bara 2016 filannoon dura odeeffannoowwan miidhaa geessisan galmeewwan daldalaa sobaa waliin dhahuu jedhuun Yakkoota cimaa 34’n yakkamaadha jedhamaniiru. Murtoon yakka kanaas hanga filannoon darbutti akka turu jedhamee ture , amma garuu Tiraampi pirezidaantii filatame waan ta’eef maaltu itti aanee akka dhufu ifaa miti. Gabaasa Tinaa Tirinii Mitikkuu Fiqaaduu dhiyyeessa.
Prezidaantiin Yunaayitid Isteetis Walga'ii Kunuunsa Qilleensa Naannoof Biraazilitti Imalanii Jiru
            <description>Pirezidaantiin Yunaayitid Isteetis Joo Baayiden Dilbata dabre imala seena qabeessa gara Biraazilitti taasisanii jiran. Jijjiirama qilleensaa ittisuuf tattaaffii taasisamu kabajuuf pirezidaantii Ameerikaa otuu aangoo irra jiranii bosona Amaazoon daawwatan isaan jalqabaa ta’aniiru.