Addunyaa - Voice of America
Addunyaa - Voice of America
        <language>om</language>
Jeequmsi Haaraan Siiriyaa Keessatti Geggeessamaa Jiru  Akka Dhaabbatu Tokkummaan Mootummootaa Gaafatee
            <description>Siriyaattii ergamaan addaa kan Tokkummaa Mootummootaa biyyattiin kufaatii mootummaa Baashiir Alaasaad baatii jsadii booda jeequmhokkara haaraa uumamee waliin wal’aansoo qabaa waan jirtuuf, hokkarri akka dhaabbatuu fi eegumsi lammiilee nagaaf akka ta’u gaafachaa jiran
Jilli addaa Geir Pedersen iyyannoo isaanii Jimaata har’a kan dhiyeessan yoo ta’u, kunis waggaa 14ffaa mormiin al-Asaad kan dimokiraasii deggeru kan waggoota kurnaa oliif waraana biyya keessaaf sababa ta’e itti...</description>
Dhimmi Yukireen Keessatti Nageenya Buusuu Ajandaa Ol’aanaa Walgahii Biyyoota G7 Kanaadaa Keessatti Walga’anii Ta’uun Ibsame
            <description>Dippilomaatonni olaanoon kan garee biyyoota industiriin badhaadhanii fi adda duree ta’an torbaa Kamisa darbe Shaarlaavooy Kuubeek Kan Kaanaadaa keessatti walitti qabamaniiru.
Biyyi keessummeessituu Kanaadaan ajandaa olaanaa ishee ibsiteen “Yukireen keessatti nagaa haqaa fi waaraa” galmaan ga’uu fi tumsa nageenyaa fi ittisaa cimsuu irratti kan xiyyeeffate yoo ta’u, Kunis G7 waggaa 50 guutuu isaa irratti ta’uun ibsamee jira.
Haasaa baniinsaa kana irratti Ministirri Dhimma Alaa Kaanaadaa...</description>
Yakka Gowwoomsaa Oonlaayinii Irraa Attamitti Ittisuun Danda’ama?
            <description>Lammiwwan Itiyoophiyaa carraa hojii argannee jedhanii gara Maaynamaartti imalanii booda garuu akka yaadne otoo hin taanee hojii Iskaamiingii ykn  gowwoomsaa onlaayinii irratti gaggeeffamuuf saaxilamne jedhan. Akkamitti gocha kana akka raawwatan akkasumas ogeessa gocha kan ittisuuf waan ta’uu qabu ibsan Jaallanneen dubbistee jirti.
Ministaroonni Dantaa Alaa Biyyota G-7 Yaa'ii Isaanii Kaanaadaarratti
Dhimma Lola Dhaabiinsaa Raashiyaa fi Yukireen Irratti Dubbachuuf Jiran
            <description>Yaa’ii ministiroota haajaa biyyoota garee Torbaa isa “ G 7 “ jedhamu kan Kaanaadaatti Kamisa har’aa taa’amuu jalqabuu irratti dhimmi Raashiyaa fi Yuukireen irratis marii’achuuf Ajandaa yaa’iichaa keessatti qabameera.
Walii galteen waraana dhaabuu akka taasifamu dhiibbaa uumuu cinaatti ya’ii minsitiroota haajaa alaa kan Garee biyyoota torbaa G7 Kamisa har’aa Kaanadaatti taa’amu jalqabeerurattis akka ajandaa tokkootti mariif kan dhiyyaatu dhimma Raashiyaa fi Yuukireenidha. Marii hooggantootni...</description>
 Gareen Biyyoota G-7 Dhimma Yukireen Dabalee Mar'iachuuf Kanadaa Keessatti  Mari'achuuf Jiru 
            <description>Ministeeronni dhimma alaa industriin badhaadhan kan garee G7 guyyoota hedduu geggeessuuf Kubeek kanadaa keessatti wal arguuf jiru. Kunis wal ga’ii biyya waggoota sadiif weerara Raashiyaa dura dhaabbachuuf qabsaa’aa jirtu Yukireeniin deggeruu dabalata.
Mariin sun angawoonni biyyoota lamaanii Saaud Arabiyaa Jiddaa keessatti erga wal arganii booda Yunaayitid Isteetis odeeffannoo basaasaaf deggersa nageenyaa gochuu akka itti fufutu murteessuu ishee hordofee ti.
Marii sa’aatilee saddeetii...</description>
Waraanni Paakistaan Haleellaa Baabura Tokkorratti Geggeessame Keessaa Imaltoota 190 Baraaruun Shororkeessota 30 Ajjeese
            <description>Waraanni Paakistaan biyyattii kibba gama dhiyaa kutaa Balochistaan keessatti haleellaa baabura imaltootaa irratti haleellaan erga raawwatee guyyaa tokko booda shororkeessota 30 ajjeesuu isaa fi imaltoota 190 baraaruu madden naga eegumsaa Roobii har’aa beeksisanii jiran.
Baaburri Jafaar Ekspiress jedhamuu fi yoo xiqqaate namoota 450 fe’atee ture  ennaa haleellaan dhukaasaa fi boombii isa mudate, Kaaba biyyattii Kuweettaa kutaa Baloochisaann irraa gara Peshwaar, Kiyaabeer Paaktunkawaatti...</description>
Yaukireen Waraana Raashiyaa Waliin Taasisaa Jirtu Xumuruuf Tarkaanfii Tokko Akka Fuuldura Tarkaanfatte Yunaayitid Isteetis Dubbatte
            <description>Yuukireen gaaffii dhukaasa  dhaabuu Kibxata  darbe kana dhiyyaateef fudhachuun lola Raashiyaa waliin taasisaa jirtu xumuruf tarkaanfii tokko fuul-duratti tarkaanfachuu isheef nan dinqiisiifadha, jette Yuunaayitid Isteetis. Raashiyaaanis  Wixinee gama Yuunaayitid Isteetisiin dhiyyaate kana madaala keessa galchiti jedhamee eeggama. Gabaasa Veroonikaa Balderaas Igiliisiyaas dhimma kana irratti VOA dhaaf qopheesitee  Mitikkuu Fiqaaduu dhiyyeessa.
Lammiileen Isiraa’el Yaada Ofiitti Cichan Akka Lammiileen Palastaahyin Gaazaa Keessaa Baafaman Karoora Prezidaant Tiraamp Baasan Deggeran
            <description>Egeree Gaazaaf Karoora Pireezidaantiin Yuunaayitid Isteetis Doonaald Tiraampi qaban isa lammiileen Paalestaayiin Gaazaa keessaa baay’inni isaanii miiliyoona 2.3 ta’u irra hedduun akka naannoo sana baafaman jedhu laammileen Israa’eel warri siyasa keessatti murteessoodha jedhaman kan simatan ta’uu dubbatan.   Baqattoota jajjabbeessuu jechuun seera idil-aadunyaa sarbuu akka hin taanellee eeran. Paalestiinonni garuu, karoo Prezidaant Tiraamp sana fudhatama dhorkatanii jiru. Gabaasa Liindaa...</description>
‘Poosileen Waar’: Filmii Artisoonnii fi Lammiilee Yukireen Waraansa Keessatti Biyyaa fi Aadaa Isaniif Baraaruuf Taasisan Agarsiisu
            <description>Fiilmiin dokumeentarii “Poosileen Waar” jedhame, kan waa'ee artistoota fi lammiilee Yukireen weerara Raashiyaa keessatti biyyaa fi aadaa isaanii baraaruuf qabsaa'aa jiraniitti xiyyeeffatee hojjetame. Fiilmiin kun bara 2024 badhaasa  dhaabbata Saandaansi, kan “ Saandaansi Feestivaal Graand Juurii Priz” jedhamu injifatee, bara kana badhaasa Oskaariif  kaadhimameera. Filimii Seenessaa kana  ilaalchisee gabaasa  Eleenaa Wuulf VOA dhaaf  ergamee Jaallannee Gamadaa tu dhiheessa.
Guyyaa Dubartootaa Bitooteessa Saddeetii Ilaalchisee Tokkummaa Mootummootaa Keessatti Jimaata Darbe Mariin Gaggeeffamee Jira
            <description>Yeroo addunyaa irratti mirga dubartoonni ciminaan argatan duubatti deebi’uun mul’achaa jirutti Roogeeyyiin dubartootaa Jimaata kaleessaa Tokkummaa Mootummoota keessatti sagalee isaanii dhageessisan,
Guyyaan Dubartoota Idil-addunyaa humna guddaa kan qabu yoo ta'u, bara kanas yeroo kamiyyuu caalaa waamichi walqixxummaa saalaa akka ariifachiisaa ta'ee fi danqaan karaa Dubartootaaa irra jirus kana caalaa mul'atee hin beeku jedhamm jira.
Garuu kutannoon keenya kana caalaa kan hin raafamne...</description>
Faransaay Keessatti Boombiin Bara Waraansa Addunyaa Lammaffaa Argamuu Isaarraa Kan Ka'e  Geejjibni Baaburaa Akka Dhaabatu Taasisamee Jira 
            <description>Dhaabanni geejiba baaburaa biyyaleessa Faransaay jimaata har’aa akka beeksisetti, naanoo buufata baaburaa imaltoonii itti baayatanuufi Gaak di Noord jedhamuti boombiin  bara walwaraansaa aduunyaa isa 2ffaa ture ittu hin doohin waan argameef geejibinni baaburaa naanoo fi biyyalessaa akka dhaabatuu dirqisiiseera.
Dhaabbanni geejibaa baaburaa biyya Faransaay boombii kana ilaalchisee fuula miidiyaa hawaasa X irratti ibsa kenneen, geejibiin baaburaa Faransaayiin biiyyottan awuurooppaa biroo...</description>
Haalli Dimookiraasii Boodatti Harkifachaa Deemuun Mirga Dubartootaa Irratti Dhiimmaa Uumuu Isaa Tokkummaan Mootummootaa Ibse 
            <description>Dhaabbanii mootumoota gamtoomanii gabaasa Kamisa kaleessa baasee keessatti sababa adeemsii dimokiraasii booddatti harkifatee fi sababa dhiibbaa jijirama qileensaatiin kan ka’ee biyyoottan aduunyaa Afur keessaa biyya tokko keessatti mirgii dubartootaa akka boodatti  deebi’ee eeree jira.
Laafinni rakaawwan dimokraasii, walqixumaa saalaa irratti dhiibaa akka umuu kan ibsee gabbasinn kun, gareewwan  farra mirgaa, dhimmoota mirga dubartootaa irratti ijoo ta’an, waligaltee bara 1995 Beejiing...</description>
Waa’een Waliigaltee Lola Dhaabinsaa Isiraa’elii fi Gaazaa  Fuulduraa  Shakkii Keessa Gale
            <description>Biyyoonni Arabaa hegeree Gaazaa ilaalchisee karoora Masriin dhiyeessite simatanii jiran.  Hawaasni addunyaa karoora kana akka deeggaru waamicha dhiyeessaniiru. Israa’el Hamaas egeree Gaazaa keessatti gahee tokkollee qabaachuu hin qabu jetti. Gabaasaa  Liindaa Giraadisteen Yerusaalem irraa VOAf ergite Tujubetu dhiheessa.      
Sanbata Boorii Guyyaa Dubartootaa Idil Addunyaa Kan “Maarch 8” Jedhamutu Ayyaaneffama
            <description>Gabaasni Fooramii diinagdee Addunyaa akka agarsiisutti Addunyaan guutummaatti sirna wal qixxummaa Koorniyaa hojiirra oolchuuf tilmaamaan waggoota 130itti fudhata. Kun kan dubartoonnii fi dhiiroonni dameewwan jireenyaa hundaa keessatti wal-qixa qooda fudhatan  geessisuudhaaf jechuu dha. Guyyaa boorii “Maarch 8” guyyaan dubartootaa Idil Addunyaa kabajama. Gabaasa Sivitlaanaa Piriistiinsikaa Mitikkuu Fiqaaduu dhiheessa.
Xiyyaaroonni Waraanaa Kooriyaa Kibbaa Shaakala Irra Turan Dogoggoraan Haleellaa Boombii Raaw’ataniin Yoo Xiqqaate Namoonni 15 Madaa’an
            <description>Kooriyaa Kibbaatti xiyyaarri humna waraanaa shaakala irra jiru dogoggoraan ganda baadiyyaa namoonni jiraatan irratti halleellaa boombii raawwateen yoo xiqqaate namoonni 15 madaa’aniiru.
Hooggantoonni Kooriyaa Kibbaa fi miidiyaaleen Kamis har’aa akka gabaasaniitti xiyyaarroonni humna waraanaa lama kanneen shaakalarra turan dogoggoraan ganda baadiyaa kan Kaaba Kooriyaa irraa fageenya Kiiloomeetira 25 irratti argamutti dogoggooraan halleellaa boombii raawwataniin namoota lama irra miidhaa...</description>
Prezidaant Tiraamp  Taarifa Konkolaatota Kanadaa fi Meksikoorraa GalU Muramee Ture Akka Baatii Tokkoof Boodatti Harkifatu Ajaja Kennan
            <description>Pireezidaantiin Yuunaayitid Isteetis Doonaald Tiraampi Taariifa Konkolaataa kanneen Meeksikoo fi Kanaadaa irraa galfaman irratti dhibbeentaa 25 irra kaa’e ture turtii ji’a tokkoof akka dubbatti harkifatu Roobii kaleessaa ajajeera.
Kunis waraanni daldalaa biyyoota olla waliin taasiifamu oomistoota konkolaataa Yuunaayitid Isteetisi gurguddoo sadii miidhuu mala sodaa jedhu irraati. Dubbii himtuun Waayit Haawus Keroolaayin Laaveet akka ibsitetti Pireezidaantichi murtoon Taarifaa kun hojiirra...</description>
Tiramp wal ga’ii Waloo Kan Kongresiif Haasaa Dhageessisaniin Ameerikaan Bakkatti Deebite Jedhan
Pirezidaantiin Yunaayitid Isteetis Kibxata kaleessaa galgala haasawaa yaa’ii waloo kan Kongresiif dhiyeessaniin taarifa meeshaalee michoota daldalaa Yunaayitid Isteeits irra kaa’an haaraa faarsuu dhaan dabalataan dhufaa jira jechuun dhaadatan.
Biyyoonni ka biroon waggoota kurnaaf nu irra taarifa kaa’uutti fayyadamaniiru, amma dabareen kan keenya jechuu dhaan Tiramp haasaa isaanii jalqabaa kan marsaa hojii isaanii lammataa seera tumtootaaf dhageesisaniin beeksisaniiru.  
Yunaayitid...</description>
Jarmaniin Waldhabdee Rippaablikii Dimokraatawaa Koongoon Walqabatee Gargaarsa Haaraa Ruwaandaaf Gootu Dhaabde
            <description>Jarmaniin Ruwaandaa dhaaf kan kennitu gargaarsa misoomaa haaraa kan dhaabdee fi walitti bu'iinsa biyya Afriikaa hollaa ishee Ripaablikii Dimoktaatawaa Koongoo keessaa qooda isheen qabaatteef deebii kennuuf jecha waadaa haaraa galte illee gamaaggamaa akka jirtu Kibxata kaleessaa beeksistee jirti.
Ministeerri misooma Jarmanii akka jedhetti Berliin tarkaanfii kana dursitee Ruwaandaa kan beeksiste yoo ta’u baha Koongoo keessatti fuula duratti tarkaanfataa kan jiru garee M23 deggeruu akka...</description>
Masriin Hoggantoonni Biyyoota Arabaa Karoora Waa'ee Gaazaa Kan Tiraamp Dhiheessan Irraa Faallaa Waan Tahe Raggaasisan Jette
            <description>Hooggantoonni Arabaa doolaara biliyoona 53 kan fixuu fi Faalisxiinonni qabiyyee isaanii keessaa akka hin buqqaane kan taasisu karoora deebisanii ijaaruu Masriin Gaazaaaf dhiyeessite Kibxata kaleessaa raggaasisaniiru. Kunis pirezidaantiin Yunaayitid Isteetis Doonaald Tiraamp naannichaaf qaban faallaa dha.
Pirezidaantiin Masrii Abdel Fattaah El Sisii yaadi kun fudhatama arachuu isaa kan dubbatan Kaayirootti kan geggeessame xumura gumii hoogganootaa irratti haasaa dhageesisanii ture.
Wal...</description>
Taarif Bulchiisni Tiraamp Meeshaalee Kanaadaa, Meksikoo fi Chaayinaa Irraa Galan Irra Kaa’e Amma Hojiirra Oolee Jira
            <description>Dilaalli yokaan Taarifni Bulchiinsi Prezidaant Tiraamp meeshaalee biyyoota ollaa lameen, Kanadaa fi Meksikoo irra, akkasumas biyya Chaayinaarraa galfamu irra kaa’e har’a hojiirra ooluu eegalee jira.  
Bulchiinsii Doonaald Traamp, sababba godaantotaa seeraan alaa daangaa ce’anii galanuufii sababa qorichaa lubbuu nammatiif bala qabeessa ta’e Faantaniil jedhamuu karaa seeraan alaa daangaa isaanii ce’’anii Yunaayitid Isteetsn seenaa jira jechuudhaan biyyoottan olla Kanadaa fi Meeksikoo...</description>