Ameerikaa fi Uummata Ishee  - Voice of America
Ameerikaa fi Uummata Ishee  - Voice of America
        <language>om</language>
Meetii Getaachoo: Durbee Barattoota Bara Kana Yunivarsitii Meriilaand'rraa Eebbifaman Bakka-bu'uun  Haasawa Taasiste 
            <description>Barattoota bara 2024 Yunivarsitii Meeriilaand irraa qabxii olaanaa galmeesuun eebbifaman keessaa Meetii Getaachoo Itichaa tokko dha. Gosti barnootaa barattees mootummaa fi siyaasa ykn “Government and Politics” jedhama. Sirna eebbaa sana irratti eebbifamtoota bakka bu’uun kan haasawa dhiheessitu ykn "commancenment speaker” ta’uun haasaawaa dhageesiiftee jirti. Jaallannee Gammadaa Meetii fi abba ishee dubbisuun gabaasa qindeessite qabdi.
Sagantaan Sadarkaa Eebbaa Kolleejjiiwwan Hawaasaa Fooyyessu Guutummaa Yunaayitid Isteetis Keessatti Hojiirra Oolfamaa Jira
            <description>Barumsi kolleejjii namoonni maallaqa dabalataa akka argatan gargaara, kunis haala maallaqaa isaanii fooyyessa. Hedduun isaanii gara kolleejjii hawaasaa yokaan “community college” kan baasii isaa yunivarsiitiiwwan Amerikaa irraa gadi ta’etti kan deeman yoo ta’u, barattoota iyyata galfatan hunda jechuun ni danda’ama ni fudhatu. Haa ta’u malee, barattoonni digrii kolleejjii isaanii jalqaban hedduun isaanii xumuruuf yokaan guutummaatti barnoota addaan kutuuf yeroo eegame caalaa yeroo fudhatu....</description>
Paayipp Orgaan - Meeshaan Muuziqaa Guddaan Ameerikaa Keessatti Seena-qabeessaa fi Jaallatamaa Ture Amma Barbaadamummaan Isaa Gad Bu’aa Deeme
            <description>Meeshaan muuziqaa guddaan Paayipp Orgaan jedhamee beekamu qaroomina hawaasaalee addunyaa gama Lixaa keessatti seena guddaa qaba.
Meeshaan manoota Amantaa fi Yuniversitoota gurguddaa biyya Yunaayitid Isteetis keessa jiran biratti seena-qabeessaa fi jaallatamaa ture kun yeroo ammaa barbaadamumaan isaa gad-bu’aa deeme. Kanaaf meeshaa sagalee muuziqaa ujummoowwan gurgudaa keessaa dhangalaasuu kana halaa elektiroonikissi hammayyaatiin walqabsisuudhaaf yaaliin taasifamaa jira. Kanas tahee...</description>
Manni-murtii Waliigalaa Doonaald Traamp, Filannoo Prezidaantummaa Bara Kanaaf Dorgomuu Danda’uu fi Dhiisuu Murteessuuf Falmii Dhaggeeffate  
            <description>Manni-murtii Waliigalaa Yunaayitid Isteetis Kamisa kana prezidaantii Yunaayitid Isteetis duraanii filannoo prezidaantummaa bara kanaatiif kaadhimamaa paartii Rippaabilikaanii ta’anii dhihaachuuf dorgommaa jiran, Doonaald Tiraamp , Doonaald Traamp irratti himannalee adda dhihaataniin wal-qabatee prezidaantummaaf dorgomuuf danda’u moo dorgommicha keessaa baasamuu qabu ka jedhu murteessuuf yaadawwan warra mormanii fi warra deggeranii irraa dhufu dhaggeeffatee jira. Deemsa mana-murtii kana...</description>
Wellistuun Lammii Ameerikaa Taayiler Swift Badhaasa Giraamii Badhaafamte
            <description>Wellistuu lammii Ameerikaa kan taate Taylor Swift yeroo arfaffaa dhaaf badhaasa albamii ishee “Midnight” jedhuun Grammy argattee jirti. Haasaa ishee ennaa jalqabdu producer ishee Jack Antonoff galateeffachuu dhaan “badhaasi kun kan ajaa’ibaa ta’uu isinitti himuun fedha. Garuu jette kun waa tokko akka inni hin jijjiirre nan abdadha, sababiin isaas jireenyi koo kaleessaas bareedaa ture jette.
Victoria Monet artistii haaraa ta’uu dhaan badhaafamteetti. Harmee ishee kan qofaa intala durbaa...</description>
Ameerikaa Keessatti Baatiin Sadaasaa Kun Baatii Sabni Ameerikaa Abbaa Biyyaa Ganamaa Itti Yaadatamu
            <description>Baatiin keessa jirru sadaasni, waggaa waggaan sabni Amerikaa keessatti abbaa biyyaati jedhaman warri jalqabaa ykn "Native American" jedhaman kan itti yaadatamanii dha. Seenaa jara kanaa ilaalchisee Jaallanneen profeesara seenaa fi  Daayreekteera kutaa barnoota sadarkaa olaanaa kan ta'an Dr Daani'eel Ayyaanaa , Yunivarsitii Yaangstaawan(youngstown) ka kutaa Ohaayoo jiru irraa dubbistee jirti. Waa’ee saba kanaa fi ayyaaneffannaa isaanii irratti ibsa kennan, Dr. Daani’eel.
Lammiiwwan Dhalattoota Ganamaa Kan Ameerikaa Siibilli Diimaan Naannoo Isaaniitii Qotamee Akka Hin Baane Falman
            <description>Abbootiin murtii federaalaa iyyannoo hawaasa dhalattoota Ameerikaa ganama irraa dhiyaate irratti mari’achaa jiru. Leevii Istooliing-tu Arizoonaa irraa gabaase.
Baroota dheeraaf, lafti giddugala Arizoonaa Tontoo bosona biyyoolessaa, Ook Filaat jedhamuun beekamu kun, bakka sirnoonni amantii Apaache Dhihaa fi biqiltoonni qorichaaf oolan itti walitti qabamani.
Mootummaan Yunaayitid Isteetis garee albuudaa addunyaa Riyoo Tiintoo waliin albuuda sibiila diimaa bakka kanatti qotuuf jijjiirraa...</description>
Seenaan Magaalaan Ameerikaa Durii Hedduu Dhaaf Ifa Hin Ba'in Ture
            <description>Magaalaalee seena qabeessa garuu hagas seenaan isaanii yeroo hedduu maqaa hin dha’amne keessaa tokko kan kutaa Filooridaatti argamu St Augistin. Magaalaan kun jaarraa hedduu dura kolonii Ispeen jala kan ture yoo ta’u, sababaa rakkoo maallaqaan kan ka’e bara 1800moota keessa Qaama Ameerikaa taate. Aadaa Warra Ispeen kan mul’isan hambaawwan seenaa amma iyyuu magaalattii keessa dhaabatanii argamu. Gabaasa Dooraa Makuwaar Tujubeen qophii har’aaf qindeessiteetti. kunoo
Lammiileen Ameerikaa Soorama Bahan Hawaasa Sooramaa Kan Filooriidaa Keessaa Jiraachuu Filatan Jireenya Isaaniif Mijataa Ta’uu Dubbatu
            <description>Namoonni Sorama ba’uuf ganda giddu galeessa kutaa Filooridaatti argamu bakka “The Villages jedhamu dhaqan, callisanii gara dullumaatti siquuf fedhii hin qabn. Dhalataa New Jersey kan ta’an Michael Roche mana barumsaa sadarkaa lammaffaa barsiisuu irraa qabee hanga hojii daldalaa kaasinoo hojjechuutti waan hunda hojjedheera, jireenya hawaasummaa akka nama jaalatuttan of ibsa jedhu
Shubbisuu nan jalqadha. Sun qalbii na hawwata jedhanii, waaree booda bakka dhugaatiin itti heddummaatu hawaasa...</description>
Gosi Nyaata addunyaa Adda Addaa Beekkamtii Argachuu Qaba: Ogeessa Nyaata Bilcheessuu Markes Samu’elsen 
            <description>Maarkus Saamu'eelsan kaayyoo isaa fiixaan baasuuf fedhii guddaa qaba Maarkus Saamu'eelsan  kaayyoo qabatee dursuuf fedhii guddaa qaba. Xiyyeeffannaan sun nyaata mi'aawaa manneen nyaataa isaa beekamoo ta'an keessatti qophaa'uun kan ibsamu yoo ta'u, hojjettoota isaatiinis ni ibsama. 
Manni nyaataa koo calaqqee hawaasa keessa jiraannuu ti. Hoogganni gurraachaa, kan dubartii akka jiraatu barbaanne. Sababiin isaas hin jiru waan ta’eefi. Seenaan Gurraachaa keenya kan yeroo tokko qofa dubbatamee...</description>
Feestivaaliin Hawaasa Naannoo Addunyaa Hirmaachise Naannoo Waashingten DCtti Geggeessame
            <description>Naannoon Waashingitan D.C. aadaa hedduu kan qabu yoo ta’u, embaasiiwwan, dhaabbilee daldalaa sadarkaa addunyaa fi manneen nyaataa sabaa fi sablammootaa hedduu qaba
Namoonni Itoophiyaa, El Salvaador, Kaaribiyaanii fi kanneen biroo irraa dhufan magaalattii fi naannoo ishee naannoo Meeriilaandii fi Varjiiniyaa keessa jiraatu.
Nyaata, artiiwwanii fi shubbisa aadaa aadaa hedduu kana agarsiisuuf, feestivaalli nyaata aadaa addunyaa jedhamu dhiheenya kana waggaa 6ffaaf gaggeeffame. Sagantaan...</description>
Lammiiwwan Ameerikaa Hidda Dhalata Afriikaa Sanyiin Ofii Eenyummaa Ofii Ibsa Jedhu
            <description>Lammiiwwan Ameerikaa hidda dhalata Afriikaa irra hedduun shaakala adda addaa fi akkaataan guddina isaanii adda adda ta’us gurraacha ta’uun giddu galeessa eenyummaa isaanii ta’uu dubbatu jedha waaltaan qorannaa Pew haaraan ba’e. Guraachonni afur keessaa sadii eessa irraas haa dhufan dinagdeen ykn barnoonni isaanii sadarkaa isa kamiinuu haa ta’u martinuu yaada wal fakkaatu qabu.
Dhibba irraa harka 14 kan ta’an gurraacha ta’uun hang tokko kan isaan fayyadu ta’uu yoo dubbatan dhibba irraa...</description>
Lammiiwwan Ameerikaa Barnoota Koollejii Qaban Hiriyoota Horchuu fi  Qofummmaanis Itti Hin Dhaga’amu Jedha Qorannaan Geggeessame
            <description>WASHINGTON, DC — Digirii koollejii qabaachuun galii ofii guddisuu caalaa nama gargaaruu mala. Barnoota sadarkaa ol aanaa argachuun maatii daran fedhiin isaa guuteef qabachuu akkasumas jireenya hawaasummaa illee fooyyessuu mala. Qorannaan dhiyeenya gegeessame akka mul’isutti, namoonni koollejii dhaa eebbifaman hiriyoota hedduu horachuuf carraa isaan qaban ol aanaa yoo ta’u, hiriyoota isaanii kan dipplomaa mana barnootaa sadarkaa lammataa ykn isaa gad qabanii gad qofummaan itti...</description>