Itiyoophiyaa - Voice of America
Itiyoophiyaa - Voice of America
        <language>om</language>
Mootummaan Itiyoophiyaa Gareen Abut Debre-Tsion Gebre-Medhiniin Dursamu Waliigaltee Pritooriyaa Cabsaa Jira, Jechuun Gabaasame
            <description>Sabaa himaan biyya keessaa kan irratti argaman ibsii Ministirri Dhimma Alaa Itiyoophiyaa Dr Geediyoon Ximootiwoos fi Pireezidaantiin Bulchiinsa Yeroo kan Mootummaa Naannoo Tigraay Obbo Geetaachoo Raddaa kennan irratti dhimmoota yeroo ammaa naannoo Tigraay keessaa ilaalchisee dippilomaatota Finfinnee keessa jiraataniif ibsa kennaniiru.
Haala amma Tigraay keessatti uumamee kanaaf aangawoonni lameenuu garee Dr Babra Tsiyooniin durfamu itti gaafatamaa taasisuun isaanii gabaafamee jira.
Gareen...</description>
Dargaggeessi Waggoota Saddeetii Booda Abbaa Gadaa Booranaa Tahuuf JIru Akkamitti Qopheessamaa Jira?
            <description>Abbaa Gadaa Jaldeessa Guyyoo Kunee, ganna saddeet booda bara 2033 Abbaa Gadaa Booranaa ta’uun aangoo fudhata. Ogeessa yaala beelladaa kan ta’e Jaldeessa Guyyoo, amma gaggeessa egeriif marsaa Gadaatiin itti gaafatama fi barnoota argataa akka jiru hime. Abduuba Dullachaa bara Gadaa Kura Jaarsoo kan hojiirra turan, sadarkaan Gadaa keessatti dargaggoonni daa’imummaa kaasuun keessa darban, muuxannoo gaggeessa hawaasaa mishaa akka argatan kan taasisu ta’uu VOA’f himan. Guyyo Doyoo qorataan Gadaa,...</description>
Naannoo Itiyoophiyaa Kibbbaa Keessatti Mukti Namoota Gabaa Jiran Irratti Kufuu Isaatiin Namoonni 7 Du’an
            <description>Naannoo Itiyoophiyaa Kibbaa, godinaa Yakkii, Bakka “Gabaa Kamisaa” Jedhamee waamutti murkti namoota gabaa keessa jiran irratti kufee namoonni toorba du’uu isaanii poolisiin nannichaa beeksisee jira.
Koomishinii Poolisii naannichaatti, Daarektarri Daarektoreetii Odeeffannoo fi Tika Nagaa, Inispektar Dajanee Asaffaa Sagalee Ameerikaaf ibsa kennaniin, Kamisa har’aa jechuun Bitootessa 13, bara 2025 akka Itiyoophiyaatti waaree booda sa’atii toorbaa fi daqiiqaa 15 irratti mukti guddaan...</description>
Gamtaan Awurooppaa Muddamni Siyaasaa Naannoo Tigiraay Keessa Jiru Mariin Akka Furmuu Qabu Hubachiise
            <description>Muddamnii siyaasaa yeroo ammaa bulchiinsaa naannoo Tigraay keessatti mulachaa jiru akka mariidhaan furmaata argachuu qabu Ityoophiyaatti Ambaasadarri Gamtaa Awurooppaa gaafataniiru. Ambaasadeer Soofii Firoom Emersberger walitii dhufeenyaa Gamtaa Awuroopaa fi Ityoophiyaa giduu jiru ilaalchisuudhaan Wixata, Bitooteessa 10 ibsa Finfinneetti kennaniin , Ityoophiyaan fooyya’insa kabajjjii mirga namoomaa irratti akka hojjechuu qabdus hubachisaniiru. Gabaasaa Kenedii Abaatee  ibsa sana irratti...</description>
Kan Du’a Kaadhimaa Isaatti Shakkamee To’annaa Poolsii Jala Jiru Artist Andu’aalem Gosaa Mana Murtiitti Dhihaate
            <description>Artist Andu’aalam Gosaa du’a kaadhimaa isaa shamarree Qananii Addunyaatiin shakkamee too’annoo Poolisii jala jiru guyyaa har’aa mana murtiitti dhiyaateera.Andu’aala Goosa  yemmuu  shamarree Qananii Aduunyaa gamoo mana jireenyaa isaanii darbii shanaffaa irraa kuftee lubbuun ishee darbu mana keessa turuu isaa kan eere Poolisiin ajjeechaa ishii keessaa harkaa qabaachuu isaa akka shakkuu mana murtiif ibsera. Artiist Andu’aalam gama isaatiin karaa abukaatoo isaa deebii kenneen himannaa kana...</description>
Yakka Gowwoomsaa Oonlaayinii Irraa Attamitti Ittisuun Danda’ama?
            <description>Lammiwwan Itiyoophiyaa carraa hojii argannee jedhanii gara Maaynamaartti imalanii booda garuu akka yaadne otoo hin taanee hojii Iskaamiingii ykn  gowwoomsaa onlaayinii irratti gaggeeffamuuf saaxilamne jedhan. Akkamitti gocha kana akka raawwatan akkasumas ogeessa gocha kan ittisuuf waan ta’uu qabu ibsan Jaallanneen dubbistee jirti.
Naannoo Tigraay Keessatti Fonqolcha Mootummaatu Geggeessamaa Jira, Jedhu Obbo Geetaachoo Raddaa, Pirezidaantiin Yeroofii Naannichaa
            <description>Obbo Geetachoo Raddaa pireezidaantiin bulchiinsa yeroo naannoo Tigiraay haala Tigiraay keessatti wal qoodinsa hooggantoota dhaaba ABUT gidduu jiru hordofee uumaamaa jiru irratti Finfinneetti ibsa sabaa himaaleef kennaniin Tigiraay keessatti fonqolcha mootummaatu taasifamaa jira. Gareen ABUT tokko hooggantoota waraanaa hanga tokko kanneen deeggarsa qaban qabachuun hojii kana hojjechaa jiras jedhaniiru. Kana seera qabsiisuuf bulchiinsi yerichaa hojiin isaa akka gufatu taasiisafameera kan...</description>
Kan Guyyoota 100'f Cufamee Ture Bulchiinsi Magaalaa Maqalee Garee ABUT, Kan Dr. Debretsiyoon Gebremikaa'eliin Dursamuun Banamee Jira
            <description> Waajjirri Kantiibaa bulchiinsa Magaalaa Maqalee guyyoota 100 booda har’a garee ABUT kan Debiretsiyooniin hoogganamuun kantiibaa muudameeruun banamera.
Kantiibaan pirezidaantii yeroo Tigiraay Getaachoo Radaan muudamee ture immoo addmsa fonqolcha mootummaa kan ta’e gareen kun humnaan waajjira kantiibaa cabsee itti galeera jedhe. Guyyuma har’aa gareen ABUT kan Debiretsiyoon buufta raadiyoo FM maqalee 104.4 garee hidhataniin deeggaramuun to’achuu isaa hojjetaan buufata raadichaa sagalee...</description>
Rakkoo Naannoo Tigraay keessaa Furuuf  Mootummaan Federaalaa Gargaarsa Barbaachisu Akka Taasisu Bulchiinsi Yeroofii Tigiraay Gaafate
            <description> Bulchiisi yeroo kan Tigraay har’a jechuun Bitootessa 3 bara 2017 ibsa barreeffamaa baaseen, hoogganni naga eegumsa naannoo sanaa garee yaada dhiphoo qabu tokkoof looganii ergama isaaniitiin ala sochii mootummaa fonqolchuu geggeessaa turan jechuun himatee jira.
Hoogganoonni raayyaa waraanaa Kaaba gama bahaa fi kibbaa hojii “seeraan alaa” ittiin jedhe geggeessaa jiru jechuun illee ibsee jira.
Akkuma kanaanis namoota nagaa irratti haleellaa raawwaachuu itti fufuu isaanii fi caasaa mootummaa...</description>
Lammiileen Itiyoophiyaa Kuma Tokko Tahan Har’a Saawud Arabiyaarraa Gara Biyyaatti Deebifamuu Ministiriin Dhimma Alaa Biyyattii Beeksise
            <description>Yaaliin lammilee Ityoophiyaa hojii barbaachaaf jechaa gara biyya Sa’udi Arabiyaa deemanii rakkina keessa seenan gara biyyatti deebisuu itti fufee, marsaa Afuraffadhaan kan deebifamaa jiran namoonni kuma tokko ta’an balalii marsaa Sadiin Roobii har’aa Bitootessa 12 bara 2025  Fifinnee seenuu isaanii ministeerri dhimma alaa mootumma Ityoophiyaa beeksisee jira.
Dubbi himaan ministeera dhiima alaa Obbo Nebiyaat Geetacheew sochii Lammiilee Ityoophiyaa biyya alati deebisuu ilaalchisee ibsa...</description>
Sirni Awwalchaa Shamarree Moodelii fi Beeksisaan Beekamtu, Kan  Qananii Addunyaa Roobii Har’aa Finfinneetti Raaw’atame
            <description>Sirni Awwalchaa shamarree Qananii Addunyaa kan hojii modeliingii fi beeksisawwan garaa garaa hojjechuun beekamtu, har’a Roobii Bitootessa 12, 2025 magaalaa Finfinnee bataskaana Kaateediraalaa qulqulluu Sillaaseetti raawwateera. 
Poolisiin magaalaa Finfinnee ibsa har’a baaseen, Shamarree Qananiin gamoo mana jireenyaa ishii darbii 5ffaa irraa “haala ammatti sababni isaa hin beekamneen” kuftee duute jedhe. Gareen qorannoo poolisoota hundaa’ee ragaan teekiniikaa fi foorensiikii walitti...</description>
Sagantaa Galateeffannaa fi Ifxaara Waloo Hordoftoota Amantaa Islaamaa Naannoo Waashingtan 
            <description>Hordoftoonni Amantaa Islaamaa hida dhaloota Ityoophiyaa qabanu kaneen magaala Waashingteen Diisii fi kutaawaan magaalichatti dhihoo ta’an irraa walitti dhufan Sagantaa galateeffannatiifi sooma Raamadaanaa waloon afaxaruu kutaa Verjiiniyaa, mana baruumsaa sadarkaa lammaffaa Anaandeel jedhamu keessatti raawataniiru.
Kaayyoo sirnichaa kan sagalee Amerikaati himan dhaabata Feerist Hijiraa keessatti Imaama kan ta’an Mehaamed Abdul Qaadir akka jedhanitti, kaayyoon walitti dhufeenyichaa...</description>
Ardaa Jilaa Badhaasaatti Sirna Geggeessameen Abbaa Gadaa Booranaa 71ssoon Abbaa Gadaa Booranaa 72ssootti Eebbaan Baallii Kenne  
            <description>Dilbata darbe, Bitootessa, 09, bara 2025, Abbaan Gadaa 71ffaa Kura Jaarsoo, Abbaa Gadaa Booranaa 72ffaa Booranaa Guyyoo Boruu Guyyoof ‘Baallii’ dabarsanii jiran. Sirna Godina Boorana Bahaa, Aanaa Areeroo, Ardaa Jilaa Badhaasaattii gaggeeffamerratti Abbaan Gadaa Baallii kennan Kura Jaarsoo, Gadaan, Eebbaa fi nagaan aboo dabarsee kennuun adda godhaa yoo jedhan, kan Baallii fudhate Abbaan Gadaa Guyyoo Boruu, biyyi tokkummaan akka dhaabatu gaafatan. Galmoo Daawit Ardaa Jilaa Badhaasaarraa...</description>
Hojii Moodelii fi Beeksisawwan Adda Addaa Hojjechuun Kan Beekamtu Shamaree Qananii Addunyaa Du’uun Himame
            <description>Hojii moodelii fi beeksisawwan gara garaa hojjechuun, keessumaa ammoo uffannaawwan aadaa Oromoo beeksisuun marsaalee hawaasaa irratti kan beekamtu Shamarree Qananii Addunyaa lubbuun darbuun gabaafame.
Shamarree Qananiin halkan edaa mana jireenyaa isaanii Magaalaa Finfinnee, kutaa magaalaa Lammii Kuraa ollaa Aayaat jedhamuun beekamutti lubbuun ishee darbu namni maatiitti dhiyaatu kan maqaan akka eeramu hin feene VOA’f mirkaneessee jira.
Shamarree Qananiin jaalallee artiistii beekamaa...</description>
Guyyaa Dubartootaa Idil-Addunyaa Itiyoophiyaatti Kabajame Ilaalchisee Gaaffii fi Deebii Aangawootuu Oromiyaa Waliin Taasisame
            <description>Ayyaannii Guyyaa Dubartootaa yokaan March 8 barana Ityoophiyaa keessatti yeroo 49ffaaf Sambata dabree kabajamuu isaa Aaddee Mabraat Baacaa, hooggantuu Biroo Dhimma Dubartootaa fi Daa’immanii Oromiyaa ibsanii jiru. Aadee Mabraat mata duree ayyana kanaa maal akka jedhu ibsuun eegaluu.  Jaallannee Gammadaa tu haasoofsise.
Naannoo Tigraay aanaa Raayya Allaamaaxaatti Abbaan Amantaa Tokkoo fi Bartoonni Isaanii Afur Haleellaa Rasaasaan Ajjeesamuun Himame
            <description>Bulchiinsa naannoo Tigraay aanaa Raayya Allaamaaxaa bakka Dhumuugaa waldaa amantaa Ortodoksii Kidane Mihiret jedhamuu keessa kan turan abban Amataa Tokkoofii baratootaa isaanii irraati haleella Raawatameen namoottan Shan du’anii Afur immoo madaa’ u isaanii Bulchaan Godinaa Obbo Mollaa Hiluuf sagalee Amerikaatti himaniiru.
Akka bulchaan Godinichaa dabalnii ibsanitti Jimaata Dheengaddaa Guraandhala 27 halkan dhukaasa halkan keessa Raawwate Kanaan namoottan Sadii batalumaatii erga...</description>
Lammiileen Itiyoophiyaa Maayinaamar Keessatti Ukkamfanii Haala Rakkisaa Keessa Turan 32 Wiixata Har’aa Gara Itiyoophiyaatti Deebifaman
            <description>Lammiileen Itiyoophiyaa Maayinaamar keessatti Ukkamfanii haala rakkisaa keessa turan 32 Wiixata har’aa gara Itiyoophiyaatti deebifaman.
Lammilee Itiyoophiyaa hojiif jedhamuun biyyaa baafamuun Maayinaar keessatti dhaabbilee toora Inteerneetiin hojii goyyomsaa akka hojjetaniif ukkaamfamanii turanii fi kanneen haala rakkisaa keessa turan 133 Maayinaamarii baafamuun gara Taayilaand akka galan taasifame keessaa 32 Wiixata har’aa gara Itiyoophiyaatti deebifamuu isaanii Ministirri haajaa alaa...</description>
Meeshaalee Aadaa Boorana Biratti Ulfina Addaa Qaban Kan Beektuu
            <description>Booranni Aadaa gosa hedduu qaba, jetti Shukkee Godaanaa, waa’ee meeshaalee aadaa Booranaa kan Sirna Jila Baallii Gadaa Booranaa 72ssoo haaromsa duubaarratti daawwattootaaf himte. Kanneen keessaa meeshaan aadaa isaa ibsu gosaan hedduu, kaan ammoo ulfina addaa qabani jetti. Doola, Buuxxii, dhuuyyuma, meeshaalee aadaa Booranaa faayidaa dhimma gara garaaf oolu ta’uu ibsite.
Waajirri Dilaalaa fi Galiiwwanii Finfinnee Namoota Idaan Gibiraa Irra Jira Jedhe  62  Biyyaa Akka Hin Baane Ugguruu Isaa Beeksise
            <description>Biiroon Galii bulchiinsa magaalaa Finfinnee kaffaltoota gibiraa kanneen baay’inni isaanii 62 ta’an idaa gibiraa birrii biiliyoona 3.2 tu irra jira jedhe ajaja dhorkii biyyaa akka hin baanee taasiisu irratti baasuu ibse.Daariketti Koomunikeenishii biirichaa Obbo Sewunnet Ayyelee Sagalee Ameerikaatti akka himanitti biirichi ajaja dhorkii imala biyya alaa irratti baasuun cinaattis tarkaanfii bulchiinsa fudhachaa jiraachuus himaniiru.
Ogeessi seeraa tokko dhimma kanarratti yaada kan nuuf...</description>
Kutaalee Yunaayitid Isteetis Keessatti Dhibeen Gifiraa Mudachuun Beekame
            <description>Yunaaytid Isteetis keessatti dhukkuubii Gifiraa yokaan Fiinnoon  kuutaalee 9 keessatti mudachuu isaa waaltaan ittisaa fi to'annoo dhukkubootaa (CDC) beeksisee jira.Dhukkuuba kana ilaalchisee Jaallanneen Dr. Ibraahiim Eleemoo Miniisootaa irraa haasoofsiiftee jirti.