Afrikaa - Voice of America
Afrikaa - Voice of America
        <language>om</language>
Hariiroon Jiru Laaffataa Waan Adeemeef Yunaayitid Isteetis Ambaasaaddara Afriikaa Kibbaa Ari’uuf Jetti
            <description>Ministirri Dhimma Alaa Yunaayitid Isteetis Maarkoo Ruubiyoon Jimaata kaleessaa Waashingitanitti ambaasaaddarri Afrikaa Kibbaa kana booda biyya isaanii keessatti nama simatamu miti jedhamanii labsamuu isaanii kan beeksisan yoo ta’u, kunis hariiroon biyyoota lamaanii hammaataa dhufuu agarsiisa.
Ruubiyoon maxxansa X kan ofii irratti akka  barreessanitti, Yunaayitid Isteetistti ambaasaaddarri Afrikaa Kibbaa Ebraahim Raasool ''kana booda biyya keenya guddittii keessatti simannaa hin qaban''...</description>
Waraana Sudaan Keessatti Gochaa Gara Jabummaa Suukanneessaatu Daa’imman Irratti Raaw’atamaa Jira, Jedha Tokkummaan Mootummootaa
            <description>Sudaan keessatti daa’imman miliyoona 16 ta’an waraana biyyatti keessatti gaggeeffamuun kan ka’e  haala suukaneessaa ta’een rakkachaa kan jiran ta’u hogganaan sagantaa daa’immanii  kan Tokkummaa Mootummoota (UNICEF) kamiisa kaleessaa ibsanii jiru.
Hedduun isaanii guyyaa guyyaan balaa hokkaraa, beela, dhukkubaa fi humnaan gudeeddiin isaan mudachaa jiru.
“wal waraansii kun balbala isaanii duratti, naannoo mana isaanii, manneen barnootaa fi hospitaala isaanii, akkasumas magaalota fi gandoota...</description>
Rakkoo Nageenyaa Sudaan Kibbaa Keessatti Sababaan Ijoon Waliigaltee Bara 2018 Mallatteessame  Hojiitti Hiikuun Dhibaa’uudha: IGAD
            <description>Muddama Sudaan Kibbaa keessatti uumamee jiru hordofee IGAD ibsa baaseen hoogganttoonni mootummaa Sudaan kibbaa kanneen to’annaa jala oolfamanii jiran akka gadiifama gaafate. Biyyoonni miseensota IGAD walitti bu’iinsuma Sudaan Kibbaa kana ilaalchisee Roobii Bitootessa 3 bara 2017 gama marsariitiin walga’ii godhataniin, hoogganoonni Sudaan Kibbaa muddama kana tasgabbeessuuf marii akka jalqaban gaafataniiru. Rakkoo nageenyaa biyyattii itti fufee jiruuf sababaa ijoon, walii galtee nagaa bara...</description>
Beledweeynee Keessatti Hidhattoottoota Hoteela Tokko Marsanii Haleellaa Raawwatan Ja'a Ajjeesuu Humni Nageenya Somaaliyaa Beeksise
            <description>Komishinarri aanaa Beledweynee Oomaar Osmaan Alasoow oduu gabaastootaaf akka ibanitti qaamooleen hidhatan hoteela giidduu gala magaalittii keessa jiru osoo Jaarsooliin gosaa fi qondaaloonni nagaeenyaa wal ga’ii gaggeessaa jiranii itti marsuun haleellaa raawwatan Roobii kaleessaa tarkaanfii humni nageenyaa keenyaa fudhateen kanneen haleellicha raawwatan hidhattooni ja’a ajjeefamaniiru jedhan. Haleellaa hoteela jedhame kanarratti Kibxata dabarsine kana raawwateef Alshabaab anatu raawwate...</description>
Gareewwan Walitti-bu’insa Sudaan Kibbaatti Hirmaatan Akka Wal-dhibdee Isaanii Mariin Furatan IGAD Hubachiise
            <description>Gareewwan walitti bu’insa Sudaan kibbaa keessatti  hirmachaa jiran waldhabdee isaanii furuudhaaf akka hatattamaan gara maritti deebi’anu gareen misoomaa fi waliti dhufeenya biyyoottan gaanfa Afrikaa ykn IGAD  hubachiisee jira.
Hoggantoonni biyyoottan miseensa IGAD waliti bu’insa Sudaan kibba keessatti adeema jiru ilaalchisuudhaan walgahii guyya har’aa taasisan irratti kan dubbatan dura ta’aan IGAD dokteer Warqinee Gebeyyoo, mariin gareewwan lamman taasisan biyyoottan gaanfa Afrikaa keessaa...</description>
Somaaliyaa Magaalaa Beledweyin  Keessatti Namoonni Hidhatan Hoteela Tokko Haleeluun Yoo Xiqqaate Namoota Shan Ajjeesan
            <description>Namoonni meeshaa hidhatan Kibxata kaleessaa Somaaliyaa waaltaa magaalaa Baladweyiin keessatti hoteela maanguddonni naannoo fi qondaaltonni mootummaa keessatti walga’aa turan weeraruun marsuun isaanii itti fufee akka jiru namoonni ijaan arganii fi firoottan namootaa Rooyitarsiif himan.
Miseensi seera tuumtoota federaalaa Baladweyne irraa dhufan Dahir Amin Jesoow akka jedhanti, hanga ammaatti yoo xiqqaate namoonni afur ajjeefamaniiru garuu ''ammallee miidhaan irra gahe lakkaa'aa jirra''...</description>
Sudaan Keesstti Mootummaa Lama Wal Maddiitti Hundeessuun Balaa Fiduu Akka Malu Gamtaan Afrikaa Akeekkachiise
            <description>Kan waraanaan bututte Sudaan keessatti mootummaa lama wal maddii jiraatu labsamuun isaa biyyattii, kan durumaanuuu jeeqamsa gara waggaa lamaa ta’een mancaate, addaan qooduuf balaa qaba jechuun Gamtaan Afriikaa Roobii har’aa beeksisee jira.
Waldhabdeen Humnoota Deeggarsa Saffisaa (RSF) fi waraana idilee kan Sudaan gidduutti uumame, namoota kuma kudhaniin lakkaa'aman du'uu fi namoota miliyoona 12 ol qe'ee isaanii irraa buqqa'uuf sababaa ta’e Kunis Tokkummaan Mootummootaa 'rakkoo namoomaa...</description>
Yeroo Biyyoonni Hedduun Gocha Shororkeessummaa Gabaasaa Jiranitti Afrikaan Ardii Haleellaa Kanaan Hedduun Ittii Galaafatame Taatee Jirti 
            <description>Addunyaa irraa wagga darbe haleellaan shororkeessotaa hamaan Afriikaa keessatti kan raawwatame yoo ta’u, naannoon Saahel wiirtuu shororkeessummaa addunyaa irraa ta’ee waan tureef shorokeessumaa waliin wal qabatee lakkoobsi namoota du’anii walakkaa dhaa ol naannoo kana keessatti ta’uu gabaasi waaltaa “Institiute for Economics and Peace” jedhamu kan shororeessummaa addunyaa irraa hordofu kan bara 2025 beeksiseera.
Haleellaa lubbuu namaa galaafate 20 akka addunyaatti galmaa’e keessaa 17...</description>
Bidiruun Godaantota Fe'anii Jabutii Irraa Gara Yamanitti Imalaa Turan Dhidhimuu Isaaniin Namoonni 2 Du'uu fi 186 Achi Buuteen Dhabame
            <description>Bidruuwwan namoottan 180 ol fr’anii gara buufata doonii kutaa biyya Yaman Dhubaab jedhamu imaalaa turan keessaa godaantonni turan dhiirota 124 fi dubartoota 57 keessaa hanga ammaattio kanneen argamuu dhanda’an namoottan lama irraa kan hafe kaan du’uun hin oolle jechuun dhaabbanni godaantotaa IOM ibsee hanga  ammaatti reenfii namoottan sanaa akka hin argamiinis beeksisuu isaa VOAn gabaaseera.
Dhaabata IOMtti Projectiin godaantotaa deebisee dhaabu akka bara 2014 kaasee sarara kalatii bahaa...</description>
Jarmaniin Waldhabdee Rippaablikii Dimokraatawaa Koongoon Walqabatee Gargaarsa Haaraa Ruwaandaaf Gootu Dhaabde
            <description>Jarmaniin Ruwaandaa dhaaf kan kennitu gargaarsa misoomaa haaraa kan dhaabdee fi walitti bu'iinsa biyya Afriikaa hollaa ishee Ripaablikii Dimoktaatawaa Koongoo keessaa qooda isheen qabaatteef deebii kennuuf jecha waadaa haaraa galte illee gamaaggamaa akka jirtu Kibxata kaleessaa beeksistee jirti.
Ministeerri misooma Jarmanii akka jedhetti Berliin tarkaanfii kana dursitee Ruwaandaa kan beeksiste yoo ta’u baha Koongoo keessatti fuula duratti tarkaanfataa kan jiru garee M23 deggeruu akka...</description>
Masriin Hoggantoonni Biyyoota Arabaa Karoora Waa'ee Gaazaa Kan Tiraamp Dhiheessan Irraa Faallaa Waan Tahe Raggaasisan Jette
            <description>Hooggantoonni Arabaa doolaara biliyoona 53 kan fixuu fi Faalisxiinonni qabiyyee isaanii keessaa akka hin buqqaane kan taasisu karoora deebisanii ijaaruu Masriin Gaazaaaf dhiyeessite Kibxata kaleessaa raggaasisaniiru. Kunis pirezidaantiin Yunaayitid Isteetis Doonaald Tiraamp naannichaaf qaban faallaa dha.
Pirezidaantiin Masrii Abdel Fattaah El Sisii yaadi kun fudhatama arachuu isaa kan dubbatan Kaayirootti kan geggeessame xumura gumii hoogganootaa irratti haasaa dhageesisanii ture.
Wal...</description>
Manni Itti-Aanaa Pirezidaantii Sudaan Kibbaa Waraanaan Marfamuu fi Michoonni Isaanii Hedduun Hidhamuun Himame
            <description>Michoonni itti aanaa prezidaantii Sudaan Kibbaa hedduun erga hidhamanii fi gareen hidhate kan michuu isaanii ta’e maadhee waraanaa Kaaba biyyattii jiru erga weeraree booda Loltoonni Sudaan Kibbaa Roobii har’aa mana itti aanaa Pirezidaantii Riyaak Machaar kan magaalaa guddoo biyyattii keessaa marsanii jiru.
Associated Press akka gabaasetti, Kan wal mormiin siyaasaa pirezidaant Saalvaa Kiir waliin jiru yeroo darban keessa gara wal waraansaatti geesse Machaar ji’a darbe akka jedhanitti,...</description>
 Mooraa Baqattootaa Keeniyaatti Argamu Keessatti Dhukaasa Poolisoonni Bananiin Baqattoota Afur tu Madaa'e 
            <description>Maddi oduu Asoosheetid Prees akka gabaasetti biyyoottan adda addaa irraa gara biyya Keeniyaa dhaqanii mooraa baqattootaa Kaakumaa jedhamu keessa qubatanii jiraan, sababa raashina nyaataatiin walqabate mormii kaasaniin Poolisootaa wajjin walitii bu’anii dhukaasa Poolisoonni raawwataniin namoottan Afur madaa’aniiru.
Baqatoonni Sudaan kibbaa, Ityoophiyaa, Burundii fi Koongoo irraa ballla Umamaafi walitii bu’insaa baqatanii  gara Keeniyaa dhaqan Kumaatamaan lakkawaman Wixata kaleessa mormii...</description>
Karoorri Biyyoota Gaanfa Afrikaa Haala Jijjiirama Qilleensatiif Dursee Qopheessu Baasame
            <description>Yeroo haalawwan  jijjirama qileensaatin walqabataniin balaan biyyoottan irra gahu dabalaa deeme kanatti, dhaabbanni daldalaa fi walitti dhufeenyaa biyyoottan Gaanfa Afrikaa irratti hojjatu, dhaabilee dhimmaa namoomaa wajjin ta’uudhaan, karoora dursanii  tarkaanfii fudhachuu fi kan akeekkachiisa qopheessee jira. Dhimma kana irratti gabaasa Jumaa Majaangaa Naayiroobii irraa erge, Bafiqaaduu tu dhiheessa.
Keeniyaa Keessatti Iddoon Bineeyyii Bosonaa Dhiphataa Deemuu Ogeeyyiin Beeksisan  
            <description> Saboonni guyyaa lubbuu qabeeyyii bosona keessaa yeroo kabajaa jiran kanatti, turizimii bineensota bosonaa irraa galii guddaa kan argattu keniyaa keessatti, iddoowwan lubbuu qabeeyyii bosonaa jiran xiqqaachuu ogeeyyiin kunuunsaa kan biyyatti akeekkachiisaa jiru.
Waggoota kurna lamaan darban keessatti tattaaffiin kunuunsaa gosoota lubbuu qabeeyyii kanneen balaadhaaf saaxilaman hedduu akka dandamatan kan taasise yoo ta'u, bineensonni kun sababa balaa jijjiirama qilleensaa fi amala namaa...</description>
            <category>Afrikaa</category><enclosure url="https://gdb.voanews.com/04a1cb19-101d-473f-0721-08dd4a817621_w800_h450.png" length="0" type="image/png"/>
Keeniyaa Keessatti Jijjiiramni Miidiyaa Gara Dijitaalaatti Taasisame Dorgaggootaaf Madda Odeeffannoo Filatamaa Tahee Jira
            <description>Biyya Keeniyaa keessatti namoottan hedduun kan odeeffannoo argachaa jiran karaa toora miidiyaa hawaasatiini. Jijjiramni  gara Dijitaalaatti taasifamaa jiru halaa dirree midiyaa jijjiiraa jira. Keeniyaa keessatti gareen Tuukoo jedhamuufi hojii miidiyaa hawaasaa irratti bobba’ee jiru, dargaggoota midiyaalee fayyadamaniif filannoo garii ta’ee jira. Gareen kun akkaataa itti gafatamummaa gaazexeessummaa fi fedhii bara dijitaalaa walsimachiisuudhaan hojjachaa jiru irratti gabaasa Victoria Amunga...</description>
Naayijeriyaa Keessatti Proojektiin “Lafarraa Horadhu,” Jedhamee Eegalame, Oomisha Qonnaan Bultootaa Alatti Ergamu Dabalaa Jira
            <description>Mootummaan Naayijeeriyaa bara 2025tti jalqabbiin yaada “Earn From the Soil" yokaan “Dhacheerraa Horadhu”  jedhee waamuun akka waaltaa daldala al-ergii omisha qonnaa biyyatii ol kaasuuf fedhu ibsaa jira. Sagantaan kun galii biyyaatti isa boba’aa irratti hirkattee jiru  hir’isuuf yaalii taasifamaa jiru keessaas tokko akka  ta’e tu himame. Gabaasaa Emeekaa Gibsen, Bafiqaaduu Morodaa tu dhiheessa.
Humni addaa Sudaan “RSF “ jedhamu  Bakkawwan To’ate Keessatti Aangoo Bulchiinsaa Akka Hundeeffatu Himuun Yaaddoo Uumee Jira
            <description>Humni addaa Sudaan inni “RSF “ jedhamu jalqaba torbaan kanaa irratti bakkoota to’annaa isaa jala jiran keessatti abbaa taayitaa bulchiinsaan hundeessa jechuu isaa irraa yaaddoo qabaachuu miseensonni mana maree nageenyaa dhaabbata mootummoota gamtoomanii himan.
Gareen humna addaa Sudaan ‘RSF’ , garee hidhattootaa biroo fi kan siyaasaa waliin ta’uun torbaan darbe Keeniyaatti walii galtee ykn Chaarteera fuula 16 qabu waliif mallatteessaniin kutaa biyyattii bakkoota gareen humna addaa kun...</description>
Falmii fi Biyyoonni Dinagdeen Guddatan Wal Ga’ii G20 Kan Afriikaa Kibbaa Irraa Hafuun Tumsa Addunyaa irratti Shakkii Uume
            <description>Ministiroonni maallaqaa hedduun walgahii Garee biyyoota dinagdeen guddatan kan G20 Afrikaa Kibbaa keessatti Kibxata darbe geggeessame irraa kan hafan yoo ta’u, angawoonni olaanoo biroon ammoo walgahii dhimmoota ijoo haala qilleensaa, liqaa fi walqixxummaa dhabuu irratti waldhabdee uumameen  imala gara wal ga’ichaa dhaquu irraa hafanii jiran jechuun Rooyiters gabaaseera.
Walgahii Chaayinaa, Raashiyaa, Gamtaa Awurooppaa fi Yunaayitid Isteetis of keessaa qabuuf yeroo hunda ibsa tokko irratti...</description>
Balaan Xayyaaraa Waraana Sudaan Naannoo Manneen Jireenyaa Jiranitti Dhaqqabe Namoota 46 Galaafate
            <description>Xayyaarri waraanaa Sudaan naannoo maneen jireenyaa jiran kan buufata xayyara waraanaa magaalaa guddoo lammataa Omdurmaan cinatti kufee caccabuu dhaan namoonni afurtamii ja’a du’u waajjirri sabaa himaa kan Kaartuum keessaa kan beeksise yoo ta’u maddeen waraanaa akka jedhanitti kanneen du’an keessaa tokko ajajaa waraanaa gameessatu keessatti argama.
Balaan kun kan dhaqqabe Kibxata kaleessaa galgala buufata xayyaaraa Waadii Sayidnaa Omdurmaan gama kaabaatti ture. Waraanni Sudaan akka...</description>
            <category>Afrikaa</category><enclosure url="https://gdb.voanews.com/57701611-9d2b-460c-0286-08dd4a817621_w800_h450.jpg" length="0" type="image/jpeg"/>