Gabaasaalee/Sagantaalee Addaa - Voice of America
        <language>om</language>
Arsii keessatti Namoonni Sagal Ajjeefamuuf Afur Ukkaamsamanii Butamuun Gabaasame
            <category>Gabaasaalee/Sagantaalee Addaa</category>
Arsii Shirkaatti Namoonni sagal Ajjeefamuu fi afur ukkaamsamanii butamuu ilaalchiseee gabaasame
Itiyoophiyaa Gocha Hamaa Loola Tigraay Keessaatti ta’e Akka Hin Qoratamne Yaalaa Jirit: Dipplomaatoota
            <description>Itiyoophiyaan, hammeenyaa waraana Tigraay keessatti raawwatame ilaalchisee, Tokkummaa Mootummootaan qorannoo akka gaggeeffamuuf ajaja dhihaatee hambisuuf, deeggarsa barbaadaa jirti jechuun dippilomaatonni shan dubbatanii jiru.
Kunis tarkaanfii biyyoota Afrikaa fi biyyoota gama Dhihaa gargar qooduu danda’u jedhan.
Walitti bu’iinsa mootummaan Itiyoophiyaa waggoota lamaaf humnoota naannoo Tigraay waliin geggeessaa ture kanneen kumaatamaan lakkaa’aman du’uu fi miliyoonaan lakkaa’aman manaa...</description>
Humnoonni Itiyoophiyaa fi Ertraa haleellaa itti fufanii jiru: ABUT 
            <description>Hunoonni Itiyoophiyaa fi Ertraa haleellaa itti fufanii jiraachuu Addi Bilisummaa Uummata Tigraay (ABUT) himatee jira. 
Dubbi himaan Addi Bilisummaa Uummata Tigraay (ABUT) Obbo Getaachoo Raddaa ergaa Tiwiitara ofii irratti barreessaniin  biyyoonni lamaan hanga ganama har'aatti humnoota kuma kurna hedduutti lakkaa'aman fi meeshaalee gurguddoon gama  Raamaaa, Tsoranaa fi Zalambessa keessatti bobbaasanii jiru jechuun himatan. 
Himannaan kun dhaga’amuun, maddeen dippilomaasii dhuma torban...</description>
Yaa’iin Waliigalaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii (UNGA) Maali?
            <description>Baatii Fulbaanaa yeroo hunda hoggantoonni naannoo addunyaa irraa gumii waggaaf jecha gara waajjira haadhoo tokkummaa mootummootaa dhufu.
Garuu UNGA ykn gumiin walii gala kan tokkummaa mootummootaa maali? fi mariin waggaa waggaan geggeessamumaaliif akkas barbaachisaa ta’e?
Affaar keessatti Daa’imman Dhabiinsaa Nyaataa Madalawaatiin  Miidhaman Hospitaala Seenaa Jiru
            <description>Hospitaalli tokkichii naannoo Affar jiruu da’imman hanqinaa nyaata madalawaa qaamaa isaanitif barbaachisu dhabuudhaan midhaman dhibbaan lakkawaman waldhaanaa jiraachuun isaa gabasamee jiraa. 
Gabaasinni   Halimaa  Atumaanii naannoo Afaar irraa VOA dhaaf qindeesite, hospitaalli Dubtii ji’a Sadan darban keessaa daa’imman hanqina nyaata gahaatiin midhaman 369 simachuu isaa fi tajaajilli waldhaansaa daa’imanii kun kan kennamuu Doktoorotaa ijoolewanni Lamma qofaan akka ta’e...</description>
Mootummaan Itiyoophiyaa Jaarmayoota Gargaarsaa Himate  
            <description>Gargaarsii gara bulchiinsa naannoo Tigraay ti ergamu irratti to’annaan akka gaggeeffamu kan gaafate mootummaan Itiyoophiyaa jaarmayoonni gargaarsaa meeshaalee dhorkaman waraana ABUTf kennuu akkasumas boba’an ehamameen ol kennuuf jechuun himatee jira. 
Gargaarsii Baatii sadiif addaan cite ture namoota akkaan isaan barbaachisu daandii irraan akka dhaqqabuuf mootummaan baatii Eebla dabree kan ehamee yoo ta’u tokkummaan mootummootaa dhorkaa ifatti hin labsamnee mootummaan gaggeeffamaa jira...</description>
Humnootiin Ertraa Magaala Itiyoophiyaa Kaabaa Haaleeluun Ibsamee Jira 
            <description>Dhuma tyorban dabree irra humnootiin Ertraa magaala Itiyoophiyaa kaabaa haleeluu isaanii Galmeeleen keessaa  kan Tokkummaa Mootummootaa fi humnootiin kutaa Sanaa ibsanii jiru.Kunis walitti bu’iinsii Tigraay keessaa baatilee lamaaf gab eega jedhee booda. 
Jaarmayoonni gargaarsaa kanneen shiraaroo jiran irraa odeeffannoon Tokkummaa Mootummootaaf ergame akka jedhutti dhukaasii yoo xiqqaatee marsaan 23 kan dhukaafamee yoo ta’u, hangi tokko manneen barumsaa yeroo ammaa namoonni qe’e ofii irraa...</description>
Dubartoonni gudeeddiin dirqii irratti raawwate gargaarsaa barbaadu
            <description>Yeroo humnoonni Adda Bilisummaa Uummata Tigiraay naannoolee Amaaraa fi Affaar to’atanii turanitti dubartoonni naannoo Amaaraa keessatti humnaan gudeedamuu himatan, deggrsaa fi gargaarsa kamiyyuu akka hin argatiin jiran dubbatan.  Dubartoota Raadiyoon Sagalee Ameerikaa dubbise sadii keessa tokko yeroo sanatti mucaa daa’ima baatii afurii ka baattu tahuu ishee himtee, “gurmuudhaan gudeeddii na irratti raaw’atame irraa kan ka’e amma dhukkubbii dugdaa hamaadhaanin rakkachaa jira,”...</description>
UNHCR Kanneen Kaaba Itiyoophiyaa Irraa Buqqa’an Deggeruuf Gargaarsa Doolaara Miliyoona $205 Gaafate
            <description>Jarmayaan baqattootaa kan tokkummaa mootummotaa UNHCR, walitti bu’iinsa kaaba Itiyoopiyaa keessatti uumameen kannee qe’ee ofii irraa buqqa’an lammiiwwan miliyoona 1.6 ol kaneen ta’an deggeruuf gargaarsa doolaara miliyoona $205 gaafatee jira, jedha gabaasni Lisa Schlein Geneva irraa ergite.</description>
UNHCR Kanneen Kaaba Itiyoophiyaa Irraa Buqqa’an Deggeruuf Gargaarsa Gaafate
Afrikaan Talaalii KOOVID-19 Argattuus Raabsuuf Rakkoo Biraa Akka Qabdu Ibsamee Jira
            <description>Biyyonni Afrikaa dhikkuuba KOVIID-19 ittisuuf talaalii gargaaru isa gaafatameen ol yeroo jalqabaaf argachuun isaanii walgahii Robii dabree Naayjeriyaa keessatti gaggeffame irrtti ibsameera.Ta'uus garu talaaliiwwan kana mi'a qabaneessu keessa ka'uuf akasumas talaalicha uummata bira akka ga'u gochuuf amma iyyu rakkootu jira.
Gabaasa Guutuu Caqasaa
Gargaarsi Namoomaa Naannoo Amaaraaf Kennamu Fooyya’uun Ibsame
            <description>Hoogganaan naannoo Amaaraa Yiliqaal Keffaalee haalli deebii gargaarsa namoomaa torbanneen darban keessa fooyya’aa adeemuu beeksisan.
Walitti bu’iinsa Itiyoophiyaa kaabaatti aansee uummati miliyoonni 11 ol kan naannoo Amaaraa gargaarsa yeroo htattamaatu isaan barbaachisa jedhan.
Mootummaan naannoo Oromiyaa naannoo deggersa naannoo Amaaraaf kan oolu qarshii imiliyoona 100 gumachee jira. Bulchaan naannoo Oromiyaa Shimellis Abdiisaa akka jedhanitti deggersi kun michummaa naannoo Amaaraa...</description>
Itiyoophyaan Dirooniitti Fayyadamuun Yaaddoo Ta’uu Dubbatu Taajjabdoonni
            <description>Diroonii walitti bu’iinsa Itiyoophiyaa keessatti mootummaan fayyadameef kan saaxilaman siivilota akka ta’an namoonni ijaan arganii fi hojjettoonni gargaarsaa dubbatniiru. Namoonni baabura midhaan dhaaku cina turan wal waraansa Itiyoophiyaa keessatti meeshaa waraanaa ijoo kan ta’e kanaan haleellaan irratti raawwate.
Naannoo Tigraay keessatti Amajjii 10 naannoo Tsebrii jedhamu keessatti kanneen miidhaan irra ga’e namoota 17 keessaa irra hedduun dubrtoota midhaan daakkachuuf walitti...</description>
Ongeen Afrikaa Bahaa miidhaa jira
            <description>Maddi oduu Asoosheeted Prees dhaabataa midhaan Nyaataa Addunyaa waabeffachuudhaan akka gabaasetti, jiraattonii gaanfa Afrikaa miiliyooni 13 beela cimaadhaaf saaxilamanii jiru.
Ummanii naannoo Sanaa warren Somaliyaa, Itiyoophiyaa fi keenyaa keessa jira haalii cimaan yeroo ammaa isaan muudatee jiruu isa bara 1981 ti asi isaa jalqabaa akka ta’e kan ibsee WFPn gargaarsii atattamaa akka isa barbaachisu himee waamicha taasiseera.
Balaa kibbaa fi kibba baha Itiyoophiyaa, kibba baha fi...</description>
Itti Aantuu Barreesituun Tokkummaa Mootummootaa  Itiyoophiyaa Daawwatan
            <description>Itti aantuun barreessaa muummee  mootummootaa gamtoomanii Aminaa Mohaamed daawanaa Itiyoophiaa keessa bakkeewwan adda addaa  akka daawwatan  i Dubbi himaan dhaabbata mootummoota gamtoomanii Farah Haqi haalaa sochii dhaabbatichaa ilaalchisee ibsa kennaniin keessatti dubbataniiru.
Akka dubbi himichii jedhanitti daawwanaa isaanii kan naannoo bulchiinsaa Amaaraatti jalqaban Amina Mohaamed Maqalee keessatti kan argamuu Hospitaalaa Ayidar keessaa miidhamtootaa jiran...</description>
Mootummaan Naannoo Affaar Wal-waraansa Naanichatti Geggeeffameen Namoonni Gara Kuma 300 ol Ta’an Buqahuu Dubbata
            <description>Naannoo bulchiinsa Affaar, Godina Kilbetti Resu  bakkeewan Loltoonii TPLF wereeraa raawwatan  keessaa namoottan jiranf  baqatanii garaa bakkeewan nageenyaa qaban qaqqabuu hin dandeenyee 150 ,000 ol ta’an haalii isaan keessa jiran waan hinbeekamneef firoottan isaanii akka yaaddoo keessa jiran sagalee Amerikaatii himuu isaanii gabaasin Masfin Aragee beekisiseera.
Mootummaan naanno Affaar Ibsa tibbana baaseen unmootin TPLF magaalaa Sardoo ishee karaa gudichaa Jibutiidhaa Garaa walakkeesa...</description>
Angawaan Tokkummaa Mootummootaa Itiyoophiyaa Daawwataa Jiru
            <description>Itti aantuun barreesituun Tokkummaa Mootummootaa Aminaa Mohammad kaleessa kan wal waraansaan miidhamte magaala Kombolchaa godiina walloo kaabaa kan bulchiinsa naannoo Amaaraa dawWatanii jiru. 
Imalli gara biyyatti gama kaabaatti gaggeessan kun erga gumii gamtaa Afrikaa isa 35ffaa irratti argamanii booda. 
Itti aanaa bulchaan bulchiinsa naannoo Amaaraa Dr. Geetaachoo Jambaree oduu gabaastotaaf akka ibsanti, Aminaan namoota walitti bu’iinsa gaggeeffameen miidhaman waliin dubbatanii...</description>
Magaalattiin Qulqullaa’ina Amantaa Laalibalaan Madaa Walwaraansaa irraa Dandamachuuf Tattaafachaa Jirti
            <description>Sireen namoottan sirna amantaa kabajuuf yemuu bakka sana dhaqan irraa ciisan gobifamee jira.  Hoteela Kilif Eej keessatii gola nyaanii itti qophaa’utti dhiiga lafa irratii cocophetu mul’ata.  
Hoteela namoonii bakkaa qulqulluu amantaa Kirstaanaa magaa Laalibalaa , daawwachuuf deemaan keesumeesaa ture lakkoofsa 18 keessa suuraan lubaa gooroo caccabe irrati fanifamee jira. 
 Bakkii amantichaa inni dhagaa tokko irraa soofamee tolfame bara 1978 jalqabee  aduunyaa irratii beekama...</description>