Oromiyaa - Voice of America
        <description>Oromiyaa</description>
Oromiyaa - Voice of America
        <language>om</language>
        <ttl>60</ttl>        
Naannoo Oromiyaa Bakkawwan Walitti-Bu'insi Jirutti Dhukkubni Busaa Hammaataa Deemuun Gabaasame 
            <description>Addunyaa irratti waggaatti namoota dhukkuba busaa qabaman miiliyoonii 200 fi miiliyoonii 50 fi kaneen dhukuna Kanaan du’an namoota kuma 600 ol keessaa gara dhibeentaan 95 kan ta’an Afrikaa keessaa  akka ta’e haabbanni Fayyaa Addunyaa yemmuu ibsaa jiru kanatti, Ityoophiyaatti bakkawwan walitti bu’isii itti hammatan keessatti haalii Busaa caala hamaa ta’uun isaa gabaasamee jiraa.
Maddii Oduu Ajaans Firaans Prees/AFP akka gabaaseetti, naanoo Oromiyaa keessatti lola waraana mootummaa fi...</description>
‘Abbaa Malkaa – Fiilmii Afaan Oromoof, Boqonnaa Haarawa Fidaa?’
            <description>Dilbata darbe, Fiilmiin Afaan Oromoo Abbaa Malkaa jedhamu, Galma Tiyaatira Biyyaalessaa Itiyoophiyaatti eebbifamee jira. Gosa Family Diraamaa jedhuun kan qindaaye Fiilmiin kun seenaa maatii tokkoo kan bara 1970 keessaa Naannoo oromiyaa keessa jiraataa turan kan agarsiisudha jedha Habtee Beqqelee, Hojii Fiilmii kanaarratti kan hirmaate. Daawwattoonni Fiilmii Afaan Oromoo Galma guutuun daawwatan Siinimaa Oromoof ammas abdiin jira yoo jedhan, taatonni hojii Fiilmii kanaarratti hirmaatanis...</description>
Saalim Amiin: Qorataa Kitaaba Haaraa ‘Seenaa Bunaa fi Siyaas-Dinagdee Shanan Gibee” Jedhu  Barreesse
            <description>Qorataa Saalim Amiin argama bunaa irratti wal morkii jiruuf qorannoo deebii kennu, jedhu geggeessuudhaan kitaaba maxxansisuu isaa dubbata. Kitaaba “Seenaa fi Siyaas Diinagdee Shanan Gibee”  jedhu kun baatii kana keessa maxxansamee gabaarra oole. Gosti Bunaa Arabikaa jedhamu, Godina Jimmaa Aanaa Gommaa, Coocee Mudhugaatti jalqaba argamuu isaa  ragaawwan jiraachuu dubbata, Saalim. Dr.  Jiraa Mokonnin Yuuniversitii Jimmaarraa qorannoon akkanaa egeriif galmee barbaachisaa dha, jedhan. Galmoo...</description>
Darajjee Getaachoo: Nama Ogummaa Qalaqaa Guddifachuun Rakkoo Oomisha Qonnaa Naannoo Isaa Furaa Jiru
            <description>Dargaggoo Darajjee Getaachoo, ogummaa kalaqaa  meeshaalee qonnaa itti bobba’ee jiruun qonnaan bultootaaf furmaata akka fidaa jiru dubbata. Godinaa Shawaa Lixaa, aangaa  Tokkee Kuttaayee dhalatee kan guddate Darajjeen, maashinoota qonnaa, kanneen akka tiraakteraa harkaan hojjetuu fi meeshaalee midhaan calleessan hojjetee, qonnaan bultootaaf dhiheessaa jira. Qonnaanbultoonni akkasumas jiraattonni  hojii ogummaa isaa arganii fi itti fayyadaman “hojiin Darajjeen hojjete, jiruu keenya nuuf...</description>
Dinqee Teessoo: Barreessitu, Daarekataraa fi Taaatoo Fiilmii Gabaabaa
            <description>Dinqe Tessoo, barreessituu fiilmii gabaabaa, taatoo fi daayireektara. Imala ishee akkamitti rakkoo dhuunfaa fi dandamachuu dhaan sadarkaa ammaa irra geesse nuuf ibsiteetti. Umurii ishee waggaa jahaatti warra ishee lamaan dhabde, isheefi obbolaan ishee lamaan dubartii Jarmanii gara laafeettii taatee fi Dembi Doolloo  Qellem Wallaggaa jiraatantu ofitti fudhatee obbolaa ishee waliin isee guddisuu nuuf himte Dinqeen.
Yeroo ammaa biyya Awstiraaliyaa kan jiraattu yoo ta’u, fiilmiiwwan afaan...</description>
Barreessaa fi Taatoo Diraamaalee Angafaa fi Beekamaa  Dhukkubni Cimaan Mudate 
            <description>Barreessaan Diraamaa akkasumas Taatoon Tasammaa Galataa dhibee isa mudatee jiruuf ammas yaala hin argatin akka jiru hime. Bara 1983, warreen Diraamaa Tuuta Dhangaa Dhaabbata Televizyinii Itiyoophiyaa duraaniitti jalqaban keessaa tokko ta’uu kan dubbatu Tasammaan, dhibee isa mudate biyya Hindiitti yaala akka argatu murtaa’us sababa hanqina maallaqaa sireerratti hafuu dubbate. Artis Kadir Filatoo, Miseensi Koree Tumsa Yaala Tasammaa qindeessaa jiran keessaa takka ta’uu ibse, Tasammaan hojii...</description>
Keeniyaa fi Itiyoophiyaan Waraana Bilisummaa Oromoorratti  Haleellaa Jalqabuu Isaanii Dubbatan 
            <description>Mootummaan Keeniyaa Waraana Bilisummaa Oromoo kan Kaaba Keeniyaa keessa socho’u yakkoota garaa garaa raawwata jedhe irratti tarkaanfii fudhachuu jalqabuu  isaa beeksiise. Mootummaan Itiyoophiyaas mootummaa Keeniyaa Waliin ta’uun daangaa biyyoota lamaanii irratti tarkaanfii wal fakkaataa fudhachuu jalqabuu ibseera. Waraanni Bilisummaa Oromoo yakkoota jedhaman raawwachaa hin jiru jedha. Mitikkuu Fiqaaduu dabalata qaba.
Kiyyaa Sanyii: Dargaggeessa Ameerikaatti Godaanee Waggootaa Booda  ‘Aduu Soolaar Injiineriing’ Hundeesse
            <description>Dargaggeessi Waggaa18 yemmuu ture gara Yunaaytid Isteets dhufe. Barumsa isaa itti fufee hojii mootummaa Yunaaytid Isteets keessaa darbee, yeroo ammaa immoo dhaabbata Haniisa Soolaaraa kan ofii isaa nama hundeesse. Kiyyaa Sanyii yeroo ammaa dhaabbata haniisaa humna Aduutiin hojjatu, "Aduu Soolaar Injiineriingi," jedhamu hundeessee as Yunaaytid Isteets keessatti hojii gorsaa fi tajaajila humna soolaara kennuu irratti hirmaachaa jira.
Sababa Nageenyaan Kanneen Qe'ee Ofii Irraa Buqa'an Rakkoo Keessa Jiru
            <description>Rakkinaa nageenyaa naannoo Oromiyaa bakka garagaraa keessatti mulachaa jiruun namoottan hedduun qe’ee isaanii gadii lakkisanii gara magaalotaa gurgudootti baqatanii jireenyaa qormaata qabeessa ta’e keessa jiru.
Mitikuu Fiqaaduu dhimma kana irratti namoottan qe’ee isaanii irraa buqa’an fi xiinxaltootaa haasofsiisuudhaan gabaasa qopheesse qabaa waliin Haacaqasnu.
Qindeessaa Muuziqaa Afaan Oromoo Hojiin Isaa Beekamaa Dhufe
            <description>Anteneeh Teferraa, Qindeessaa Muuziqaa Afaan Oromoo dhiyeenya maqaa horataa dhufedha. Magaalaa Adaamaatti dhalatee kan guddate Anteneen, Weellistoota Afaan Oromoo bebbeekamoo kanneen akka Galaanaa Gaaromsaa, Yoosan Geetaahun, Surraa Taakkelee fi kaaniif muuziqaa sirboota isaanii ka qindeesse yoo tahu, sirbootni Aadaan Oromoo Sirboota gosaan danuu qabaachuun gara hojii kanaatti akka isa hawwate ibse. Weellisaa Surraa Taakkelee, Anteeneen qindeessitoota sirboota Afaan Oromoo fuulduratti...</description>
Baatii Muddee Keessa Daa’imman Shan Wallagga Lixaa Keessaa Sababa Dhibee Busaan Du’uun Gabaasame
            <description>Naannoo oromiyaa godina wallaggaa lixaa aanaa qondaalaa gandoota adda addaatti baatii muddee bara 2017 keessatti sababa dhibee busaatin daa’imman 5’n lubbuun darbeera jechuun namoonni daa’imman isaanii jalaa miidhaman sagalee Ameerikaaf bilbilanii himaniiru.
 Itti gaafatamtuun waajjira fayyaa aanaa qondaalaa Aaddee Rufaa’eel Tasfaa namni diibee busaan lubbuun darbe jedhame sadarkaa buufata fayyaatti mirkanaa’e hin jiru jechuun deebii kennaniiru.
 Tsahaay Daamxoo Finfinnee irraa...</description>
Shamarreen Waggaa 23 Huccuu Aadaa Oromoo Hammayyeessuun Hojjette Hojii Ishee Waltajjii Adda Addaatti Agarsiisaa Jirti
            <description> Shamarree Ebbanaaf Melaakuu Shamarree wagga 23 ti. Universitii Fenfinnee irraa ogummaa Arkitekitin baruumsa Ishee Xumurteetti. Garuu yeroo amma kan hojjachaa jirtu waan biraatii. Hojii Uffata aadaa Oromoo akkaataa ammaayaa ta’een qopheesuu ykn Dizaayin gochuu hijjatti.
Eebbnaaf Malkamuu yeroo amma hojii ishii wal taajjii agarsiisa faashinii garaa garaa irratti dhiyeessaa maamiloota hedduu fi beekamtii horachaa akka jirtu sagalee Ameerikaaf himteetti. 
Tsahaay...</description>
Shamarreen Waggaa 23 Huccuu Aadaa Oromoo Hammayyeessuun Waltajjii Agarsiisa Faashinii Adda Addaaf Dhiyeessite
            <description>Shamarree Ebbanaaf Melaakuu Shamarree wagga 23 ti. Universitii Fenfinnee irraa ogummaa Arkitekitin baruumsa Ishee Xumurteetti. Garuu yeroo amma kan hojjachaa jirtu waan biraatii. Hojii Uffata aadaa Oromoo akkaataa ammaayaa ta’een qopheesuu ykn Dizaayin gochuu hojjatti.
Malkamuu yeroo amma hojii ishii wal taajjii agarsiisa faashinii garaa garaa irratti dhiyeessaa maamiloota hedduu fi beekamtii horachaa akka jirtu sagalee Ameerikaaf himteetti.
Tsahaay Daamxoo Eebbanaafin dubbiftee...</description>
Deettaa Ministeera Nagaa Duraanii Taayyee Danda'aa Mirga Wabiin Akka Gad-dhiisaman Murtaa'e
            <description>Manni Murtii Walii Galaa Federaalaa, himata meeshaa waraanaa seeraan alaa hidhachuun kan himatamanii to’annaa jela jiran Deetaa Ministeera Nagaa duraanii Taayyee Danda’aa mirga wabiin akka bahan murteesse. Aadde Sintaayyoo Alamaayyoo, haati warraa Obbo Taayyee dhaddachi ijibbaataa mana murtii walii galaa, Obbo Taayyeen akka wabii birrii kuma digdamaan hiikaman murtee dabarsuu VOA’f himanii jiru.
Mootummaan Naannoo Oromiyaa fi Ajajaan WBO Giddu – Galeessaa Duraanii Waliigaltee Nagaa Mallatteessan
            <description>Mootummaan Naannoo Oromiyaa fi Ajajaan Waraan Bilisummaa Oromoo Jidduu Galeessaa duraanii harra walii galtee nagaa mallatteessuu ibsanii jiran. Qabiyyeen walii galtee kanaa eeramuu batus harra Prezdentiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shiimellis Abdiisaa fi Ajajaan Waraana Bilisummaa Oromoo Jidduu Galeessaa duraanii Obbo Sanyii Nagaasaa Waliigaltee kana mallatteessanii jiran.
Obbos Shiimellis tarkaanfii Obbo Sanyii yoo jajan, Obbo Sanyiin ammoo dhiphuu saba oromoorra sababa wal waraansaa gahaa...</description>
Arsii Shirkaatti, Namootni Sagal Ajjeefamuu fi Afur Ukkaamfamanii Fudhatamuun Gabaafame
            <description>Kamisa darbe, Naannoo Oromiyaa Godina Arsii Aanaa Shirkaatti haleellaa jiraattota nagaarratti raawwateme jedhameen namootni sagal ajjeefamuu firoottani fi jiraattonni himanii jiran. Taateen kun kamisa halkan hidhattoota shanee jedhamaniin raawwatamuu firoottan namoota ajjeefamuun himamee kan dubbatan yoo ta’an namootni afuris dabalataan ukkamfamanii fudhatamuus himanii jiran. Innaat Paartiin dhimmicha kan balaaleffate yoo tahu, Waraanni Bilisummaa Oromoo ajjeechaa kana duuba akka hin deebii...</description>
Haleellaa Kiiramutti Mudateen Namootni Sadii Ajjeefamuun Himame
            <description>Sanbata Darbe Godina Wallagga Bahaa Aanaa Kiiramuutti haleellaa hidhattootaan raawwatame jedhameen miseensa milishaa dabalatee namootni sadii ajjeefamuu fi tokko madaawuu, jiraattonni fi angawootni Aanaa kiiramuu ibsanii jiran.
Obbo Xibabuu Moosee bulchaan ganda Waastii, ajjeechaa kanatti dabalata meeshaan waraanaas samaamuu himan. Jiraattonni ammas rakkoon nageenyaa sodaachisaa ta’uu yoo dubbatan, bulchiinsi aanaa Kiiramuu dhimma kanarratti deebii kenne qabaa Galmoo Daawit dabalata isaa...</description>
Kitaaba Walaloo Haaraa Jechoota Durii fi Afoolarratti Hundaawe
            <description>Tesfaayee Dheeressaa gaazexeessaa buleeyiidha. Telvijiin Ityoophiyaa sagantaa Afaan Oromoo irratti qopheesaa ol anaa sagantaalee ta’ee hojjateera. Gaazexaa dhuunfaa Urjii dhaaf hundeessaa fi gulaalaa ture. Erga biyyaa bahees, dhaabilee miidiyaa dhuunfaa adda addaa keessa hojjateera.
Tasfaayeen barreesaa walaloo ti. Dhiheenyaa kan kitaaba walaloo “Iyya hindaaqoo” jedhu qopheesee maxxansiisee jira. mata dureewwan walaloota isaa jechoota aadaa fi seenaa Oromoo keesatti beekaman irraa kan...</description>
Oromiyaa, Godinaalee Hedduu Keessatti Namoonni Kumaan Lakkaawaman Dhibee Busaan Qabamuun Himame 
            <description>Naannoo Oromiyaa godinaalee hedduu keessatti tatamsa'inni weerara dhukkuba busaa daachaan dabalu biiroon fayyaa Oromiyaa beeksiseera.Godinaalee tatamsa'inni weerara busaa itti hammaate keessaa godina Wallaggaa lixaatti ji'oota 10'n darbanitti namoonni 500,000 oli dhibee kanaaf saaxilamuu isaanii itti aanaan waajjira eegumsa fayyaa obbo Masfin Xaasoo sagalee Ameerikaaf himaniiru.
Jiraattonni godina Wallaggaa lixaa aanaa qondaalaa jimaata darbe daa'imman dhibee busaan lubbuun darbe...</description>
Nageenyi Ammas Ijoo Dubbii ti Jedhu Paartilee Siyaasaa Oromiyaa Beeksisan
            <description>Dilbata darbe paartileen naannoo Oromiyaa keessa socho’u jedhaman marii taasisanii turan. Maree kana irratti dhimmi misoomaa fi nageenyaa ijoo kan ture yoo tahu, bulchiinsi mootummaa naannoo Oromiyaa ammas rakkoo nagaa naannichaatiif dursa akka kennu ibsee jira.
Maree kana irratti KFO fi ABO’n akka hin hirmaanne kan beekame yoo tahu, Obbo Solomoon Taaffesee Pirezdentiin Paartii Addis Tiwuliddi fi Itti aanaan Itti gaafatamaa Mana Maree Paartilee siyaasaa Naannoo Oromiyaa paartileen kun wal...</description>